bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

7
Yuunivarsiitii Haramaayaa Barumsa: Bu’uraalee Ogumaa (Fundamentals of Literature) Muhaammad Abdoo Kolleejjii Saayinsiiwwan Hawaasaa fi Namummaa 06/10/22 Muummee Afaan Oromoo, Ogumaa fi Qunnamtiitti

Upload: mohammed-abdo

Post on 07-Apr-2017

61 views

Category:

Education


5 download

TRANSCRIPT

Page 1: Bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

Yuunivarsiitii Haramaayaa

Barumsa: Bu’uraalee Ogumaa

(Fundamentals of Literature)Muhaammad Abdoo

Kolleejjii Saayinsiiwwan Hawaasaa fi Namummaa

05/02/23

Muummee Afaan Oromoo, Ogumaa fi Qunnamtiitti

Page 2: Bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

Seensa1

Yaadrimeewwanii fi Madda Ogumaa2

Gosoota Ogumaa3

Miseensota Ogumaa4

Oguma Xiinxaluu5

Page 3: Bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

1. Seensa; Ogumaa fi Birkiilee Ogumaa1.1. Maalummaa Ogumaa

Ogumaan:Daawwitee sabni tokko jechootatti fayyadamuun; Aadaa Amantaa Haala diinagdee fi Siyaasa isaa ittiin calaqqisiisatu

Hojii kalaqa sammuuti + Dhugaa hawaasa keessa jiru = Daawwitee hawaasni ittiin/keessatti of ilaalu.

Daandii muuxannoon ilma namaa ittiin beekkamuDurii –ammaatti tureGara fuulduraattis jiraatu Dabarsa Aadaa Ummataati

3

Page 4: Bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

1.1. Maalummaa… (itti fufa)Walumaagalatti, Ogumaaf hiikaawwan adda

addaattu kennamaaf.

Kunis, sababoota garagaraatiin:

Jijjiiramuu sadarkaa jireenya sabichaa ???

Umrii dheeraa qabaachuusaaHiika namootni karaa garagaraatiin

kennaniinKaayyoo bal’aa qabaachuusaatiinQo’attoonni afaanii karaa isaanii mijaahuun

waan hiika itti kennanii fi k.k.f irraa ka’uun4

Page 5: Bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

1.2 Gosoota Ogumaa Maaliif hirra?Yeroo hirru immoo maal irratti hundoofnee hirra? Oguma dameeletti yeroo hirru qabxiileen ilaallamuu

qaban:

AfaanKunis afaan hojiileen ogumaa sunneen dura

barreeffamaniin. Fkn: French , British, AmericanDrama

Yeroo (Period)Yeroo hojiileen ogumaa itti dalagame irratti

hundaa’uunFkn’f:Barreessitoota j. 19ffaa ykn 18ffaa

Hojiilee ogumaa j. 19ffaa ykn 18ffaa fi k.kf jechuun5

Page 6: Bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

1.2. Gosoota Ogu… (itti fufa)Uunkaa

Oguma Uunkaan dameeleetti yoo hirru kanneen ijoodha jedhaman, Hololoo fi Ogwalaloodha

6

Page 7: Bu'uraalee ogumaa maalummaa, gossoota

05/02/23 Muhaammad A.