columbiacity transportresources folded mailer …...sagantaawwan geejjiibaa gatiin hir'ataa...

2
PO Box 34996 Seattle, WA 98124-4996 QABEENYAAWWAN GEEJJIBA MAGAALA COLUMBIA Qabeenyaawwan geejjibaa hir'ateef fedhii qabdaa? Sagantaawwan geejjiba gatiin hir'atee kan akka kanfaltii mi'a dadabarsuu ORCA (One Regional Card for All, Kaardii Naannoo Tokko Hundaaf), qooda bisikileetii hir'atee, mallattoo konkolaataa gatii rakasaa fi kan caaluuf kan gahumsa qabdu ta'u dandeessa. Maaloo gadii fageenyaan keessa isaa ilaali. For translated versions, please see project website at: www.seattle.gov/transportation/parking/cp_ColumbiaCity.htm or call (206) 684-5104. Para obtener versiones traducidas, consulte la página web del proyecto o llame al (206) 684-5104. Để đọc các bản dịch, vui lòng xem trang web của dự án hoặc gọi số (206) 684-5104. 如需翻译的版本,请参看项目网站或拨打 (206) 684-5104。 Para sa mga bersyon na nasalin-wika, mangyari lang magpunta sa website ng proyekto o tumawag sa (206) 684-5104 ለተተረጎሙ ሕትመቶች፣ እባክዎ የፕሮጄክት የድር ጣቢያን ይመልከቱ ወይም በስልክ ቁጥር (206) 684-5104 ይደውሉ። Haddii aad u baahantahay nuqulo turjuman, fadlan gal bogga internetka mashruuca ama wac (206) 684-5104. Gosawwan kiikaatiif, maaloo marsariitii projektichaa ilaalaa ykn (206) 684-5104 irratti bilbilaa. ንዝተተርጐሙ ሕትመት፥ ብኽብረትካ ንመርበብ ሓበሬታ ረአ ወይ ድማ ብተሌፎን ቊጽሪ (206) 684-5104 ደውለልና።

Upload: others

Post on 12-Feb-2020

5 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: ColumbiaCity TransportResources Folded Mailer …...Sagantaawwan Geejjiibaa Gatiin Hir'ataa Dadarbaa, bisikilitii, yookiin konkolaataan dhiyeessu qabaatta ittiin deemuuf kan siif danda'amu

PO Box 34996Seattle, WA 98124-4996

QAB

EENYAAW

WAN

GEEJJIB

A M

AGAALA CO

LUM

BIA

Qabeenyaaw

wan geejjibaa hir'ateef fedhii

qabdaa?Sagantaaw

wan geejjiba gatiin hir'atee kan akka kanfaltii

mi'a dadabarsuu O

RCA (O

ne Regional Card for All,

Kaardii N

aannoo Tokko Hundaaf), qooda bisikileetii

hir'atee, mallattoo konkolaataa gatii rakasaa fi kan

caaluuf kan gahumsa qabdu ta'u dandeessa. M

aaloo gadii fageenyaan keessa isaa ilaali.

For translated versions, please see project website at: www.seattle.gov/transportation/parking/cp_ColumbiaCity.htm or call (206) 684-5104.

Para obtener versiones traducidas, consulte la página web del proyecto o llame al (206) 684-5104.

Để đọc các bản dịch, vui lòng xem trang web của dự án hoặc gọi số (206) 684-5104.

如需翻译的版本,请参看项目网站或拨打 (206) 684-5104。

Para sa mga bersyon na nasalin-wika, mangyari lang magpunta sawebsite ng proyekto o tumawag sa (206) 684-5104

ለተተረጎሙ ሕትመቶች፣ እባክዎ የፕሮጄክት የድር ጣቢያን ይመልከቱ ወይም በስልክ ቁጥር(206) 684-5104 ይደውሉ።

Haddii aad u baahantahay nuqulo turjuman, fadlan gal bogga internetkamashruuca ama wac (206) 684-5104.

Gosawwan kiikaatiif, maaloo marsariitii projektichaa ilaalaa ykn(206) 684-5104 irratti bilbilaa.

ንዝተተርጐሙ ሕትመት፥ ብኽብረትካ ንመርበብ ሓበሬታ ረአ ወይ ድማ ብተሌፎን ቊጽሪ(206) 684-5104 ደውለልና።

Page 2: ColumbiaCity TransportResources Folded Mailer …...Sagantaawwan Geejjiibaa Gatiin Hir'ataa Dadarbaa, bisikilitii, yookiin konkolaataan dhiyeessu qabaatta ittiin deemuuf kan siif danda'amu

Sagantaawwan Geejjiibaa Gatiin Hir'ataa Dadarbaa, bisikilitii, yookiin konkolaataan ittiin deemuuf kan siif danda'amu.

ORCA LIFT• Kaardii dadabaaa ORCA LIFT, Seattle keessatti baasiin

imalaa yeroo baayyee $1.50 dha• Columbia Public Health Center keessatti hirmaadhu

(4400 37th Ave S, Seattle, WA 98118), Wixataa – Jimataa banaa , 8:30 AM hanga 4:30 PM (kan cufamu 12:30 PM hanga 1:30 PM tti)

• Gahumsa qabaachuu:Ulaagaa galiin fi bakka amma itti hirmaattan jiraachuu keessaniif ragaa:

- Galii TOKKOO f galmee kan akka: Kaardii Provider One (Medicaid), Kaardii EBT (Electronic Benefit Transfer, Dadabarsu Bu'aa kara Elektiroonikaa), Xalayaa Badhaasa DSHS (Department of Health and Human Services, Qajeelcha Fayyaa fi Tajaajila Namootaa), yookiin cittuu kanfaltii guyyoota 30n darbanii irraa

- Ragaa unkaaTOKKO kan akka: Waraqaa eenyummaa mootummaa, kaardii jiraataa ta'u, yookiin paaspoortii

• Bakkeewwan fi sanadawwan gahumsaa biraa dabalatee caalaa argachuuf, www.orcalift.com yookiin (206) 553-3000 daawwadhaa

Biskileetii konkoolaatu• Tajaajilawwan qooda bisikilitii haaraa Seattle tokko yaali.• Kaardiiwwan argachuu konkolaattu gatiin walakkaan

gadii bu'ee Bike Works irraa bitadhaa (3709 S Ferdinand St Seattle, WA 98118) Wiixataa – Kamiisaa banaadha, 12 PM – 7 PM fi Jimaata - Dilbataa, 11 AM – 6 PM

• Imalli hanga daqiiqaa 30 tokkoon ishee saantiiba 50 qofaadha

• Gahuumsa: wayita bittu kaardii ORCA LIFT kee dhiyeessu qabaatta

• Bike Works (206) 725-8867 irratti quunnamuun caalaa argachu dandeessa

Mallattoo Konkolaataa Gatii rakasaa $20Magaala Seattle • Mallattoo gatii rakasaa $20 konkolaataa keetiif argadhu • Gahuumsa: Ulaagaawwan galii guutuu kan Utility

Discount Program (Sagantaa Hir'isa Fayyadamaatiin walfakaatu), Konkolaataa Seattle keessatti galmaa'ee qabaachu fi mallattoo konkolaataa keetiif kanfalamee qabaachu

• Kan dabalataa argachuu fi unkaa gadi buufachuuf www.seattle.gov/transportation/cartabrebate.htm yookiin (206) 684-4141 irratti bilbili

Eeeyyamni Restricted Parking Zone (RPZ, Bakka dhaabuu Konkolaataa Daanga'aa Hir'ifamee)

• Eeyyama RPZ $10 Hir’ifamaa aragadhu (kanfaltii $65 yoo wal bira qabamu)

• Gahuumsa: Naannoo RPZ jiraachuuf ragaa fi sanada gahumsa galii TOKKO dabalatee, garuu kan: Kaardii SNAP (Supplemental Nutrition Assistance Program, Sagantaa Gargaarsa Nyaata Dabalataa), hirmaachuu Utility Discount Program Seattle, wali galtee kiraa warra dhiheessitota mana jireenyaa galii-gadaanaa qofaan kan daangeefame miti.

• Tarree sanadawwan gahumsa galii fudhataman gutummaatti ilaaluu fi akka naannoo RPZ keessa jiraatu baruuf, maaloo www.seattle.gov/transportation/parking/parkingrpz.htm yookiin (206) 615-1564 tti bilbili.

TAATEE GARA FUULA DURAA!Maal: Inshuraansii fayyaa, sagantaa ORCA LIFT keessatti hirmaachuufi, waa'ee filannoowwan geejjibaa Seattle keessaa baruuf carraa argachuuf

Eessa: Columbia Health Center, 4400 37th Ave S, Seattle, WA 98118

Yoom: Sanbata, Sadaasa 4, 10 AM – 3 PM

Gaaffiiwwan?www.seattle.gov/transportation/TransportationEquity.htm yookiin Naomi Doerner karaa [email protected] yookin (206) 233-7916 tiin qunnami.

S ADAMS ST

S GENESEE ST

S OREGON ST

S ALASKA ST

37TH

AVE

S

38TH

AVE

S

39TH

AVE

S

CASC

ADIA

AVE

S

36TH AVE SLETITIA AVE S

35TH

AVE

S

RAIN

IER AVE S

RainierPlayfield

ColumbiaHealth Center