naamusa nyaataa fii dhugaatii

4
ﺸﺮﺍ   Naamusa nyaataa fii dhugaatii . | ﻴﻮﺑﻴﺎ| ﻭﺭﻭﻣ      ﺃﺑ  ﺑﻘ     ﺴﻢ      ﻴﻦﺮﺳ ءﻧﺒﻴ   ﻋﻠﻰ        .         ﺮﻭﺍ ﻨﺎﻛ  ﻴﺒ       "   ". ﻭﻥRabbiin s.w. akkana jedhe''Yaa warri amantan g aggaarii waan nuti isiniif kenninerraa nyaadhaa,Allaahaa f galata galchaa,yoo ka isaqofa gabbartan taatan. 1  = 1 Harka mirgaatiin nyaachuu.  ﺎﻝ    ﺎﻟ  ﺍﷲ ﺳﻮﻝ   ﺃﻛ     ﺿ ﻮﻉ          ﺒﺮ  ﺇﻻ       Salamata ibnulakwaiR.A . akkana jedhe'namtichi tokko Rasuula Rabbii biratti bitaan nyaate.Nabiin s.a.w.'' mirga keetiin nyaadhu''  jedheen.hindandayu jedheen,''hinda ndayin''jedheen.boona malee wanni isa dhowwe waa hinjiru.duuba waa isii san afaan isaatti ol hinfuune jedhe.muslimtu odeesse. 2 ﺘﺪﺍ= 2 Jiddu jireessa tahuu.   \ ﺴﺮ    ﺍﻧ  ﺗﺴﺮ  ﺷﺮﺑ "  ﺎﻝ

Upload: nuradin-sultan

Post on 01-Jun-2018

224 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

8/9/2019 Naamusa Nyaataa Fii Dhugaatii

http://slidepdf.com/reader/full/naamusa-nyaataa-fii-dhugaatii 1/4

آداب الطعام والشراب

Naamusa nyaataa fii dhugaatii.

|اثيوبيا

| األورومية

 باللغة

 

 بقلم أبي رافع جمال محمد

 بسم اهللا اهللا الرحمن الرحيم

 الحمد هللا رب العالمين الصالة والسالم على أشرف األنبياء والمرسلين نبينا محمد وعلى

.أجمعين

 وصحبه

 آله

 إياه

 كنتم

 إن

 هللا

 واشكروا

 رزقناكم

 ما

 طيبات

 من

 كلوا

 آمنوا

 الذين

 أيها

 يا

 "تعالى

 اهللا

 قال

تعبدون."

Rabbiin s.w. akkana jedhe''Yaa warri amantan gaggaarii waan nuti

isiniif kenninerraa nyaadhaa,Allaahaaf galata galchaa,yoo ka isaqofa

gabbartan taatan.

1باليمي

 األكل

=

1 Harka mirgaatiin nyaachuu.

عن سلمه بن األكوع رضي اهللا عنه إن رجال أكل عند رسول اهللا بشماله فقال كل بيمينك قال 

ال أستطيع قال ال استطعت ما منعه إال الكبر قال فما رفعها إلى فيه رواه مسلم

Salamata ibnulakwaiR.A. akkana jedhe'namtichi tokko Rasuula Rabbii

biratti bitaan nyaate.Nabiin s.a.w.'' mirga keetiin nyaadhu''

 jedheen.hindandayu jedheen,''hindandayin''jedheen.boona malee

wanni isa dhowwe waa hinjiru.duuba waa isii san afaan isaatti ol

hinfuune jedhe.muslimtu odeesse.

2االعتدا

=

2 Jiddu jireessa tahuu.

سورة االعراف

"وكلوا واشربوا وال تسرفوا انه ال يحب المسرفين \  قال تعالى

8/9/2019 Naamusa Nyaataa Fii Dhugaatii

http://slidepdf.com/reader/full/naamusa-nyaataa-fii-dhugaatii 2/4

Rabbiin s.w. akki jedhe''nyaadhaa, dhugaa,hinballeysinaa inni

balleysitoota hinjaalatu.''suuraa airaaf.

 

3الطعا

 

اول

 

في

 

التسمية

=

3 Jalqaba nyaataa irratti bismiLlaah jechuu.

 اسم

 يذكر

 أن

 نسي

 فان

 تعالى

 اهللا

 اسم

 فليذكر

 أحدكم

 أكل

 إذا

 وسلم

 عليه

 اهللا

 صلى

 النبي

 قال

اهللا تعالى في أوله فليقل بسم اهللا أوله وآخره \ رواه أبو داود وصححه األلباني

Nabiin s.a.w. akkana jedhe''tokkoon keysan yeroo nyaata nyaatu

bismillaah haa jedhuu,yoo duratti jechuu irraanfate yogguma yaadatebismillaahiawwalahuu wa aakirahuu haa jedhuu.''Abuu daawud

odeesse,albaaniin sahiiha jedhe.

4عدم عيب الطعا

=

4 Nyaata eybessuu dhabuu.

 اشتهاه

 إن

 قط

 طعاما

 وسلم

 عليه

 اهللا

 صلى

 النبي

 عاب

 ما

 قال

 عنه

 اهللا

 رضي

 هريرة

 أبي

 عن

.أكله وان كرهه تركه"رواه البخاري

Abbaan hureyraa R.A. Nabiin S.A.W.takkumaatuu nyaata

hinfokkisne[hin arrabsine] jaalatu ni nyaata, yoo jibbe ni

dhiisa''bukhariitu odeyse.

5الطعا

 على

 االجتماع

=

5 Walitti qabamanii nyaachuu.

 وال

 نأكل

 إنا

 اهللا

 رسول

 يا

 قالوا

 اهللا

 رسول

 أصحاب

 أن

 عنه

 اهللا

 رضي

 حرب

 بن

 وحشي

 عن

 يبارك

 عليه

 اهللا

 اسم

 واذكروا

 طعامكم

 على

 فاجتمعوا

 قال

 نعم

 قالوا

 تفترقون

 فلعلكم

 قال

 نشبع

.لكم فيه"رواه أبو داود وحسنه األلباني

Wahshiyyii ibnu harbii akki jedhe sahaabaan nabii s.a.w. yaa rasuula

numa nyaannaa numa nyaannaa hinquufnuu maaluma?jennaan

8/9/2019 Naamusa Nyaataa Fii Dhugaatii

http://slidepdf.com/reader/full/naamusa-nyaataa-fii-dhugaatii 3/4

addababaatan nattyi fakkaata, jennaan ee jedhaniin.nyaata walitti

qabamaa nyaadhaa,maqaa Rabbii irratti dubbadhaa,barakaatu itti

isinii godhamaa jedheen."Abuudawud odeesse

 

6استحباب األكل مع الخاد

=

6 Ergamtootan wajji nyaachuun barbaachisaa

tahuu.

 أبي هريرة رضي اهللا عنه عن النبي صلى اهللا عليه وسلم قال ( إذا أتى أحدكم خادمه بطعامه فانعن

البخاري

 رواه

(عالجه

 ولي

 فانه

 أكلتين

 أو

 أكلة

 أو

 لقمتين

 أو

 لقمة

 فليناوله

 معه

 يجلسه

 لم

A bii hureyraan R.A.nabiin keenya S.A.W.akkana jedhan

 jedhe''Tokkoon keysan yoo kaadimni isaa nyaata isaa fideyoo

teysisee wajji nyaatuu baate affan tokko afaan lama haa

kennuufii,fuudhaa takka fuudhaa lama.isaatu bilcheeyseef waan

taheef.''Bukhariitu odeesse.

7الشر

 آداب

 من

=

7 Naamusa dhugaatii irraa

.أن يشرب ثالثا وأن يتنفس خارج اإلناء وال ينفخ في الشراب

yoggu sadihitti dhuguu,meeshaan alatti hafuura baafachuu,waan

dhugu afuufuu dhabuu.

8حم

=اهللا عقب األكل

8 Nyaata booda Rabbi galatoomfachuu.

namni yeroo nyaata isaarraa raawwate

 هذا

 أطعمني

 الذي

 هللا

 الحمد

 قال

 ثم

 طعاما

 أكل

 من

 قال

 وسلم

 عليه

 اهللا

 صلى

 النبي

 عن

ورزقنيه من غير حول مني وال قوة غفر له ما تقدم من ذنبه"رواه أبو داود وحسنه األلباني

8/9/2019 Naamusa Nyaataa Fii Dhugaatii

http://slidepdf.com/reader/full/naamusa-nyaataa-fii-dhugaatii 4/4

 jNabiin S.A.W. Akki jedhe namni cyaata nyaatee egasii "Alhamdu

liLLAAHI Allazii ax'amanii haaza xxa'aama warazaqaniihi min gayri

howlin minnii walaa quwwah"jedhe badiin isaa tandabarte hundi

araarama isaaf godhamti

 يشرب

 عليها أو

 فيحمده

 األكلة

 يأكل

 أن

 العبد

 عن

 ليرضى

 اهللا

 ان

"وسلم

 عليه

 اهللا

 صلى

 وقال

الشربة فيحمده عليها"رواه مسلم

Ammas nabiin keenya s.a.w. akki jedhe Rabbiin gabricha isaarraa

nijaalata nyaata tokko nyaatee irratti galata isaaf galchuu,yookaan

dhugaatii takka dhugee galata isaaf galchuu''muslimtu odeese.

Xumurame.

العالمين

 رب

 هللا

 والحمد

.وصلى اهللا وسلم على نبينا محمد وآله وصحبه أجمعين