simbagwayir - global storybooks · 2019. 1. 3. · 4. jiruun simbagwayir ni jijjirramee. yeroo abba...

18
Simbagwayir Simbagwayir Rukia Nantale Benjamin Mitchley Demoze Degefa oromo nivå 5

Upload: others

Post on 08-Feb-2021

5 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

  • SimbagwayirSimbagwayir

    Rukia Nantale Benjamin Mitchley Demoze Degefa oromo nivå 5

  • Yeroo harmeen Simbagwayir dutu bayee gadiiteturte. Abbaan Simbagawayir akka intalli isaajajjabatu bayee dhamee. Suuta suutaan harmeeSimbagwayir malee jiruu gammachuu jiraachuucalaqaban. Ganama ganama wa’ee taa’a nii wa’eeolmaa isanii haasa’u. Galgal immo irbaata wajjiinqophessu. Irabaata bodaa abban Simbagwayirmuccan isaa ni qo’achiisa.

    2

  • Gaftokko abban Simbagwayir garaa mana turegalee. Italoo koo essaa jirta jedhee gafate?Simbagwayir gara abbaa eshe figiddee. Yerooabbaan isshee harka dubartii qabatee dhabatu inilaaltee. “Muccaa koo nama addaa han ta’eetokko wajjiin akka walqunantuun barbaada. Isheekun Anitaa jedhamit jehde,” seeqataa.

    3

  • Akkam Simbagwayir, Abban kee wa’ee kee bayeenathimaa ture. Simbagwayir garuuhinseqqannnes; harka ishees hinfunee. AbbaanSimbagwayir gammadde, dhinqiii itti ta’e. Sadeenisaani akka jiruu gammachuu wajjiin jiraacha akkaturan hasa’ee. “Mucaa koo Aniitaa akka harmeeketiti akka fudhattu abdiin qaba.”

    4

  • Jiruun Simbagwayir ni jijjirramee. Yeroo abbaishee wajjiin haasoftu hinqabdu. Aniitaan hojiibayee wan isheef lateef, Simbagwayir yeroobarnoota ishef qophoftu dhabade. Yeroo dhumangaltee rafti. Maddi gammachuu ishee kan ta’eewayya halkanii harmee ishee laatefi dha. Abbanishee garuu, mucaan sa akka gadda jiraatuhinbarre.

    5

  • Ji’oota murasaa booda Abban Simbagwayir garaimaala akkan jedhee deme, “Dhimma hijiitif yeroogababduf bakka bira demuun qaba.” “Hata’umaale akka isin walgargartan nan amana.”Simbagwayir fulaa ishee gurtee garu kana abbanishee hinbarre. Aniitaan wan tokkole hindubbane.Aniitaanis dhimma kanairrati gamchuuhinqabadu turte.

    6

  • Jiruun Simbagwayir bayee gadhee ta’aa damee.Hojii mana kessa hinfuxxu taanan, Aniitaan ittidhekamiti. Iribaata gubba irrate, Aniitaan bayeenyaate, isheedhat immo xinno dhiftee. Halkanhundaa Simbagwayir uffataa halkanii harmeeishee hammate bossi.

    7

  • Ganama tokko Simbagwayir hirribarra daftehinka’iin turte. Aniitaanis, “Mucaayo dhiibooftuu”jettee itti iyyite. Aniitaanis Simbagwayir siree irraharkiftee kaste. Wayyan halkanii bayeemidhaagan sun nibixamee bakka lamati citee.

    8

  • Simbagwayirn bayee aarte. Mana sanagadidhiiftee demuuf murteesite. Ufata halkaniharmee isheetif nyaataa qabattee mana batee.Kara abban ishe demee dukka dhaqxee.

    9

  • Yeroo ittihalkana’u mukka dheeraa gubba kortedamee isaatrati siree tolfate. Yeroo garachiisichaa deemtu akaan jete wadeste;” ayyo,ayyo, ayyo na dhiftee dametee. Na dhifteedemetee, achuuman hafte. Abban koo nanajallatukana booda. Harmee, yoom dhufta? Na dhifiteedemetee?

    10

  • Gyyyaa itti aanu Simbagwayirn sirbaa sana irradebitee sirbtee. Dubartoonni laga sana bishaanwaraaban sagalee ishee dhagahan. Sagaleensunis sagalee mukaa itti fakkate chal jedhan. Hata’u malee dubartiin tokko sirrite dhaggeffateeturte.

    11

  • Dubartitin ol jete mukka ilaalte. Yeroo muccayofiuffata halkanii bareeda agartu akan jete,“Simbagwayi, muccaa obbolessa kooti.” Dubartiinbiraa immo uffata miccuu dhifitee Simbagwayiakka mukka irraa buutuu gargarte. Addaadanishee muka irra bufitee, jajabesite.

    12

  • Addaadan Simbagwayi mana isheeti fudhatee.Simbagwayifis nyaata o’aa keennitefi ciree gubbaishee rafiste. Halkan san Simbagwayi boyichaangara chisichaa dhaqxee. Ha ta’u male boyyichakessi gammachudah. Addaada ishee akkan isheekunistu nibekiti turte.

    13

  • Abban Simbagwayi yeroo imala deebi’u, sireeisheera dhabee, akan jedhe, “Maltuu dhalate?”jedhe rifachuudahn gaafate. DurbatitiinisSimbagwayi akka deemte itti himte. “Akkanakabajduu itti himeen ture. Anis immo bayeenseera itti jabesse.” Abban Simbagwayi gara lagaademee. Gara mana obboletii isaa demeeSimbagwayi barbacha dhama’ee.

    14

  • Abban Simbagwayi yeroo dhufu isheen durbiiishee wajjiin taphacha turte. Abban ishee itdhihaatee akan, Simbagwayi, Harmee dansaaargatee. Ishee sijaaatu fi si hubbattu. “Bayeen sitibonaa. Bayeen sijaaladha.” Simbagwayi akkaaddaada ishee bira hamma bardaddu akka techuwaligalan.

    15

  • Abban ishee guyyaa guyyaa dha isshee ilaala ture.Boddeeti Aniitaa wajjiin dhufan. Sana boodaharka Simbagwayi ti galtee dhifama isheegafaatee. Bayeen dogongoree dhifamaa nagodhimucaa ko. Caarraa biraa nakenitaa? Simbagwayioljette fulaa abbaa ishee isa gadde ilaalte.Achumaan gara Aniitaa ademitee ishee hammate.

    16

  • Torbaan itti anuu Aniitaan Simbagwayi, durbi fiaddaada ishee laaqan afferte. Qophii gaari ture!Aniitaan nyataa Simbagwayi jallatu qophesite.Namni hundiinu hamma quuftu nyaate. Sanaboodas ijollen yeroo taphatu warri gurdudonimmo hasa’a turan. Simbagwayi bayeegammadee. Hatatamaan gara mana abba isheetidebitee akka jaalalan harmee budeena wajjiinjiratu yerooma san murtesite.

    17

  • Barnebøker for NorgeBarnebøker for Norgebarneboker.no

    SimbagwayirSimbagwayirSkrevet av: Rukia Nantale

    Illustret av: Benjamin MitchleyOversatt av: Demoze Degefa

    Denne fortellingen kommer fra African Storybook (africanstorybook.org) og ervidereformidlet av Barnebøker for Norge (barneboker.no), som tilbyr barnebøkerpå mange språk som snakkes i Norge.

    Dette verket er lisensiert under en Creative Commons Navngivelse 3.0 Internasjonal Lisens.

    https://barneboker.no/https://africanstorybook.orghttps://barneboker.nohttps://creativecommons.org/licenses/by/3.0/deed.no