hiikkaa suuraa zukhruf m s - rashaad.net · 18}*dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin...

23
1 Hiikkaa suuraa Zukhruf *Isiin suuraa rnakkaatii aayata 54 malee isiin tarnadiina'aati . * Aayaanni isiidhaa saddeettamii sagali *Lakkooysi isiidhaa afyrtamii sadii *Isiin eega suuran {shuura'aa}butee buute. ijk * Jalqabni dubbi'ii maqaa Rabbii rahg- mata qabuuti . Q P l}*Jecha( hgaa miim} kana Rabbu- maatu makgnaa isaa beekha T S R 2} *Kitaaba qur'aanaa kan waan namni itti haajamu namaaf dubbatee, ibsuun, khakhadhee. X W V U *Kitaaba kana,qur'aana sirratti buufne kana, afaan araabaatin buufne, afaan arabaati goone . [ Z Y 3}*Akka makgnaa isaa beytanii, heera isaa bartaniif.keessattuu isin warri mak- kaa, kan afaan arabaa malee , hin beyne ,kan sanumaan wajji.akka hama'atti na- bi dura dhaabbatanii, gaafas islaama moroman. _ ^ ] \ *Qur'aanni kan ummulkitaab keessa jira , ummuI kitaab lowhgulmahgfuuzi} kan waan hunda Rabbiin keessatti katabe. ( ummi} jechuun: (hundee} jechuu . a ` *Qur'aanni nu biratti sharafa, yookaa kabajaa guddoo qaba. c b 4}*Kan hikmaa hoongan qabne qabu . f e d "'Si isin gorsuu dhiifnaa? MS Suuraa Zukhruf

Upload: others

Post on 23-Oct-2019

14 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

1

Hiikkaa suuraa Zukhruf

*Isiin suuraa rnakkaatii aayata 54 malee isiin tarnadiina'aati .

* Aayaanni isiidhaa saddeettamii sagali

*Lakkooysi isiidhaa afyrtamii sadii

*Isiin eega suuran {shuura'aa}butee buute.

ijk * Jalqabni dubbi'ii maqaa Rabbii rahg-mata qabuuti .

Q P l}*Jecha( hgaa miim} kana Rabbu-maatu makgnaa isaa beekha

T S R 2} *Kitaaba qur'aanaa kan waan namni itti haajamu namaaf dubbatee, ibsuun, khakhadhee.

X W V U *Kitaaba kana,qur'aana sirratti buufne kana, afaan araabaatin buufne, afaan arabaati goone .

[ Z Y 3}*Akka makgnaa isaa beytanii, heera isaa bartaniif.keessattuu isin warri mak-kaa, kan afaan arabaa malee , hin beyne ,kan sanumaan wajji.akka hama'atti na-bi dura dhaabbatanii, gaafas islaama moroman.

_ ] \ *Qur'aanni kan ummulkitaab keessa jira , ummuI kitaab lowhgulmahgfuuzi} kan waan hunda Rabbiin keessatti katabe. ( ummi} jechuun: (hundee} jechuu .

a ` *Qur'aanni nu biratti sharafa, yookaa kabajaa guddoo qaba.

c b 4}*Kan hikmaa hoongan qabne qabu .

f e d "'Si isin gorsuu dhiifnaa?

MS Suuraa Zukhruf

Page 2: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

2

Hiikkaa suuraa Zukhruf

g *Akkanumatti isin gorsuu dhiifnaa? Akkuma hori'itti.Kan qur'aana buufnee, wahitti isin hin ajajne.

l k j i h 5}*Isin warra badaa jecha`aaf isin kaaf-

iraa, warra nabi Muhammad cinqee, hin qajeeltanjennee, nabi uhammadirr-atti qur'aana buufnee isin qajeelchuu hin dhiifnu. Isinuma gorsina,hanga haqa gartanitti, odoo qur'aanni, gaafa kuffaarri arabaa qeebaluu didee, nabi Muha-mmad ajjeesu'uuf itti garnan, kan diddaa islaamatiif, makkarraa baasan, odoo silaa qur'aanni gaafas bu'uudharraa dhaabbattee silaa gabroonni Rabbii, khe-yrii hadduudharraa hoongaye, haa tayuu Rabbiin kheyrii gabroottan isaatii fe-dhu'uu jecha, waan kuffaarri itti jiru, haala badaa isaan keessa jiran, hin laa-llee, qur'aana buusuu itti fufee, amata diidamii sadii keessatti qur'aana hunda buusee, warri duraan dide hundi amanee,qur'aana baratee ,barsiisee,ilmii add-unya'aa aakhira'aa baratee, imaama ummata addunya'aa hunda taye. Akka-natti Rabbiin haala kuffaara arabaa duraa laaluu dhabee, qur'aana buusun ra-hgmata gabroottan isaatii godhuu taye. Tanaaf jecha, namni waan gaari'itti nama yaamu abaluutu jibba je'ee, dhiisuu dhabee, yaaminsa isaa itti fufuu. {deddeebii keessa, haanni dha-gaa muree }.

s r q p o n m 6}*Nabiyyii hedduu, ummata dabretti ergine.

z y x w v u t

| {

7}*Duuba ummanni sun nabiyyuma itti ergine mara, kanneen xiqqeessan malee hin taane. Akkuma ummanni kee kun si kijibsiisetti .

¡ � ~ } *Duuba ummata dabre san, kan um-mata keetirra jajjabo'oo, lafarraa fin'ee,

¥ ¤ £ ¢ 8}*Haalli ummata sanii hoggaa hedduu quraana keessatti dubbatamee ,dabree jira . akkaataa isaan itti fin'een wajji . duuba boodden ummatta keetitis akka-sii hin yaaddawin.

§ ¦ *Orma kuffaaraa warra Rabbatti waa qindeessu yoo gaafatte .

« ª © ¨ *Eenyu namni sarniiifii, dachii uume? Jettee.

± ° ¯ ® ¬ 9}*Rabbii jabeenyafii, beekkomsa qab-uutu uume jean . duuba Rabbiin akki je'e : deebisaa isaanirratti ida`eerit

Page 3: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

3

Hiikkaa suuraa Zukhruf

¶ µ ´ ³ ² *Dhugaadhaa namni samiiifii ,dachii uume .isa dachii afee akka irra jiraatuu dandeessanitti, uume. Akka siree jooll-en irra raftuu , godhee . tan isiniin hin sossoone.

» º ¹ ¸ *Kan karootii adda addaa isii keessatti isinii godhe

¾ ½ ¼ 10}*Akka karaa saniin, bakka feetanitti qajeeltan hoggaa imaltuu deemtaniifii, hoggaa taanillee. Kan odoo fedhee, ka-raa malee uumu

& % $ # " ! *Rabbiin dachiidhafii samii uume , isa bishaan roobaa, hanga isin itti haajam-taniin , buusu, Kan itti gad lakkisee da-chiin guunne

( ' *Rabbiin akki je`e : duuba Rooba san-iin jiraachifne.

* )+ *Biyya rooba dhabdee , goggoydee , duute.

. - , 11}*Akka dachii goggoyde bishaanin jiraachifnee, firii isii keessa jirtu maga-rsinetti isinis guyyaa boruu jiraachifa-mtanii ,qabri'ii baafamtan.

2 1 0 / *Rabbiin isa gosa waa hundaa uume kan akka dhalaaa, dhiiraa diima`aa gur-raachaa .

6 5 4 3 *Kan dooni' iifii

7 *beylada'arraa , kan akka gaalaa.

: 9 8 12}*Waan yaabbatan isinii uume .

= < ; *Akka dudda isiii gubbaatti baatanii ya-abbattanii .

D C B A @ ? > *Eegasii nikgmaa yookaa qananii Rab-bii keessanii yaadattanii,hoggaa yaab-battan

Page 4: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

4

Hiikkaa suuraa Zukhruf

H G F E J I *Rabbiin ,waan yaabbannu ,kana nuu laaffise, waan isaan hin mallerraa qulq-ullaaye.

O N M L K 13}*Odoo inni nuu laaffisuu baatee si-laa mataa keenyan waan kana laaffifa-tuu hin dandeenyuu.

T S R Q P 14}*Nuti gara Rabbii keenyati deebina

jettanii aakhiraa yaadattaniif .isinii uume maalif namni safiinaa yookaa doonii yookaa waan yaabbiii kan biraa yaabbatu wasaasaa hoggaa du`e yaabbachiifamee qabriitti isa geessitu yaadatuu qaba.

Y X W V UZ *Ormi kuffaaraa, kanuma dachiii samii

Rabbiitu uume jean ,waan Rabbiin uume cinaa Rabbii godhan. Malaay-kan, gabroonni Rabbiin uume,dubra Rabbiiti jeanii.rnee akkamitti ilmoo isaa godhan ? odoo Rabbiitu dachii , sam ii, ammallee waa hunda uume jeanuu? Maalif? haalli nama waa uumee, waan uume saniin ,adda taya. namni waa tolche,waan tolche san,hin fakkaatu.ammoo haaIIi ilmo`oo abbaa fakkaatuu mee akkamitti umumuuufii ilmoo tayuun walitti qabamti.

\ [ *Duuba namni wanni Rabbiin uume il-moo Rabbiiti jeu .

_ ^ ] 15}*Nama Rabbitti kafare takkaa balle-essaa guddoo , mul'attuu Rabbitti bal-leesse

d c b a ` *Si wanni malaaykan dubra Rabbiiti jettaniif, Rabbiitu lubbuu isaatif dhalaa uummatee.

g f e 16}*Isiniif dhiira qofa uumee ? Rabbiin akkas hin goone .jechu'.

m l k j i h n

*Warri Rabbiin,dubra qaba jeu ,tokk-oon isaanii, hoggaa dhalaaan gammachi ifame ,dhalaan inni ilmoo Rabbiiti je'ee Rabbitti fakkeesse sii dhalatte.jeanii yoo itti himanii gammachiisan.

q p o *Fuulli isaa ni gurraachuma.akka nama gurraachatti , duttaatee .

Page 5: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

5

Hiikkaa suuraa Zukhruf

t s r 17}*Isaa aaran guutame maalif dhalaan naa dhalataaaf duuba mee,akkamiin du-bra ifii jibbu Rabbiin jaalata

w v u x *Si adaba dhabaniiti, dhalaa laaftuu fa-aya kheessatti guddattu, tan faayattu malee, bareenni isiii hin guutamne

~ } | { z y 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba .

¢ ¡ � ¤ £¦ ¥§

*Ormi kuffaaraa , malaaykaa gabroota Rabbiitin, dhalaa jean malaaykaadhan dhalaa jechuun kufriidha

© ¨ª *Si Isaan uumaa malaayka aati arganii

si hoggaa yookaa yaroo waaqni malaaykaa uumu , achitti argamanii ? yookaa dhufanii ? wanni hadiisatti dhufe: ormi kaafiraa, malaaykan dha-laa jennaan nabi Muhammed akka isaan dhalaa tayan maaltu isin bey-sise je'een . jennaan abbootii teenyarraa dhageenyee waan dhageenyen raga baana jean duuba Rabbiin aayata buuse akki je`e :

¯ ® ¬ « 19}*Ragaan isaan bayan, dubbiin isaan

jean ni katabamti, khijiba isaan jean doosee isaanii keessatti malaay-ka`aan katabaajennee ajajnee, katabamtee, wanni sun ol kaayamtee, gu-yyaa qiyaarnaaa irraa gaafatamanii ,qixaaxaman .ormi kuffaaraa waan Rabbiin hin malle waan hamtuu,sadii jean ,kan duraa Rabbiin ilmoo qaba jean. ammoo sun waan Rabbiin hin malle ilmoo hajaaatu itt i nama geessaa , Rabbiin tokkichan hin haajamne.kan hin gargaarsifannee.kan lammaffaaa Rabbiin dubra malee dhiira hin qabu jean, kan ifiifuu dha laa jibban .kan sadaffaaa malaaykan Rabbii dhaJaa jean waan ragaa ittin qabne , khijiba.

³ ² ± ° *Ormi kuffaaraa akki je'e odoo waaqni fedhee, odoo nuti maJaaykaa gabbaruu dhabuu, sanama gabbaruu dhabuu kee-nya fedhee.

µ ´¶ *Silaa waan san hin ibaannu hin gabb-

arru haa tayuu Rabbiitu fedhee,tanaaf waan san ibaanne gabbaree Rab-biin waan san isaa achitti gabbaruu nurraa jaalate jean. Qishnaaaf jecha .duuba odoo waa hundi,fedhii Rabbiitin taatuu , kheyrii taatuu ,sharrii

Page 6: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

6

Hiikkaa suuraa Zukhruf

taatuu,haa tayuu ,Rabbiitu,waan isan tayin gabbaruu nurraa jaalateen . isaan jean . kijiba . tanaafjecha Rabbiin akki jee :

¼ » º ¹ ¸½ *Rabbiin ibaadaa sanamaa nurraa jaa-late jechuu sanitti beekkomsa hin qaban

 Á À ¿ ¾ 20}*Isaan,dhugaan dubbatanii ni khiji-ban. duuba sanirratti qixaaxarnuuuf ta`aan

Ç Æ Å Ä Ã *Si kitaaba quraana dura, isaanii ken-nine qabanii ? kan isa keessatti waan Rabbin tayin gabbaraajenneen .

Ë Ê É È 21}*Kan waan kitaabni sun je'u qabat-anii irra jiran? nuti kitaaba akkas je'u isaanii hin kennine .

Ò Ñ Ð Ï Î Í Ì *Jarri sun akka raga waan je`anirratti hin qabne, if beekhanii akki je'an: nuti abbootii teenya, tan waan Rabbin tayin, mukka ibaaddu garree, (ummatin} jech-uun, karaa jechu'uu,

Õ Ô Ó *Nuti isaan faan deemnaa

× Ö 22} *Isaanin qajeella .isaan jala deem-na duuba isaan waan Rabbin tayin ibaa-dann, nus akkasumatti ibaanna gabbarra je'an.

! *Dubbiin akkasii .

) ( ' & % $ # " *Si dura, biyya takkattillee, ergamaa keenya hin ergine

, + * *Yoo warri qananii qabu, matootin, kan akka ummanni kee je'e, je'an taate ma-lee . sun maali ?

1 0 / . - *Nuti abbootii teenya kanncen waan Rabbin tayin, ibaadan karaa kanarratti garree,

6 5 4 3 2 23}*Nuti isaanjala deemnaje'an.

Page 7: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

7

Hiikkaa suuraa Zukhruf

8 7 *Duuba ergamaan Rabbii orma abbootii isaanii hordofu, kan haqamoo haqa mi-tii , ayli'iin waan isaan dalagan hin laa-lle jala deem un , akka je'e.

> = < ; : 9 @?

*Si odo'on,waan karaa abbootii teessan irratti gartanirra qajeela'aatin isinitti dhufelle'ee,abbootii teessan jala deem-tanii?

A *Ummanni sun hundi , ergamoota isaa-nitiin akki je'an,

E D C B *Nuti waan siifii, warri si duraa dhu-feen hundatti,

G F 24} *Kafarre je'an,

JI H *Duuba warra akkas je'ee, ergamoota kijibsiiserraa biiluu baane,balaa itti bu-ufue.

P O N M L K 25}*Mee akka boodden warra ergamo-ota keenya kijibsiisee taate laali. Lafar-raan dhumnee?

U T S R Q *Gaafa nabi ibraahiim abbaa isaa, yoo-kaa adeeraa isaatifii, ummata isaatin wa an je'e, je'e ummata keetif odeessi, wa-nni inni je'een: yaa ummata kiyya .

Z Y X W V 26}* An waan isin Rabbi godhattanii. Rabbii achitti gabbartanirraa qulqulluu muka, dhagaa, sibiilaa nama, isin gabb-artan hin gabbaru

] \ [ *An waaqa na uume malee , waan biraa hin ibaadu . hin gabbaru .

` _ 27} *Rabbiin yookaa waaqni na uume

na qajeelcha diin isarratti na jabeessa, kara' an itti isin jalaa bayu bakkan itti isa ibaadu, sharia, isaa naaf addeessa je'ee biyya isaa { iraaqirraa } bayee shaamitti galee, achirraa makka dhufee ka'baa jaaree .

b a c * Akkasitti yaada tokkummaa Rabbii , yaadu 'uu hambise .

Page 8: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

8

Hiikkaa suuraa Zukhruf

e d *Shanyii isaa keessatti yookaa warra isa

booda dhufe keessatti. namni dura dursoo diin isaatiyfatu'uu jecha, tok-kummaa Rabbii jabeessuuu jecha biyya isaatifii ummata isaa dhiisee go-daane, kan i1maan isarraa, namni tokkummaa Rabbii yaadu hanga qiya-arnaatti hin dhabamne, nabi ibraahiimi. duuba qureyshin,i1maan ibra ahiimii ,qissaa isaa isaanifii,ammallee ummataa hundaafuu odeessi .

h g f 28}* Akka karaa Rabbitti waa qinde-essu`uu ka waan Rabbin tayin ibaad-u'uu,Dhiisanii, karaa diin ibraahiim .ka-raa tokkummaa Rabbii yaaduuu dee-man Rabbiin akki jee .

k j i *Warra Rabbitti kafare kanaafii , .

l *Abbootii isaanillee anaatu nikgmaa kenneefii , hoggaa isaan balleessan laf-arraa fixuu oolee , qananiise .

o n m *Hanga quraanni isaanitti dhufetti .

r q p 29}*Ammallee ergamaan keenya, kan sha-riaa Rabbii isaanii bayaansu, isaanitti erga-metti, ergamaan Rabbii sun nabi Muham-madii ,nageenyi isarratti haa jiraatuu.

u t s *Duuba hoggaa nabi Muhammad erga-

mee quraanni irratti buee.nabi Muhammad, isaanirratti qarau , waan aja-a`ibaa ,yookaa nama dinqu,kan dubbii akkasii ,namni biraa jeuu hin da-ndeenye,kan jechaafii,makgnaan isaa mi'ooytu,tayuu garraan itti ama-nuurraa wal dhoowwanii .

x w v *Kun falfalaa , yookaa sihriidhaa ,

| { z y 30} *Nuti isatti kafarre, hin qeeballu je`an.

} *Ormi kuffaaraa ,kan quraana Nabi Muhamadirratti buufame,qeebaluu didu , akki jee

¦ ¥ ¤ £ ¢ ¡ � ~ ¨ §

31}*Maalif quraanni kun nama guddaa tokkoo dhiira lamaanii.tan mandara la-ma keessa jirturratti hin buufamin ? si-laa ni fuudhannaa ? quraanni kabajamaa

Page 9: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

9

Hiikkaa suuraa Zukhruf

nama kabajaa qabuun kan, horii qabuun maluu. jean isaan akka namni kaba-jamaan, nama Rabbiin gu ddise taye, hin beekanii dhiirrati lamaan, kabaja-moon ,horii qaban tokko waliid ilma mughiiraaati ka mandara makkaa keessa jiru . kuun kgur waa ilma maskguudi. ka mandara xaaif keessa jiru mandarri lamaan makkaafii, xaaifii yaanni isaanii maalif quraanni waliidirratti takkaa kgurwa "arratti hin buufamin? Isaantu horii, gurra qabaa.isaantu nabiy yii ta-yu 'uun malaa jechu maalif guddinni , isaan biratti nama horii qabu . kun ya-ada nama waan beyneti maalifnama guddaa, kabajamaa, jechuun : warra aylii qabu biratti , nama qalbiin isaa guutuuuti kan haalli isaa gaariii kan waan ga-arii malee waan harntuutti hin dhiyaanne duuba namni nabi Muhamadirra guutu'uu , kan nabiyyummaa haqa godhatu, eenyu ? duuba Rabbiin isaani-rratti deebisee akka jee .,

¬ « ª ©® *Si isaantu Rahgmata Rabbii keetii na-marra qoodaa ? isaantu nabiyyummaa nama fedhee kennaa sun dalagaa isaa-nitii miti.

² ± ° *Nuutu jiruu isaanii isaan jiddu'utti goode.

µ ´ ³¶ * Jiruu addunya`aa keessatti beekkomsa keenyan, akka malutti ,kana dureessa goonee , kaan hiyyoomsinee

¼ » º ¹ ¸ *Garii namaa gariidhaa ol goonee diin-aggeedhafii , beekkomsaafii. Waan bir-alleeen

À ¿ ¾ ½Á *Akka gariin isaanii garii isaanii dala-ysiifatuuf. Akka warri horii qabu warra waan qabne , mu'uyaan dalaysiifatuuf.

Ç Æ Å Ä Ã Â 32}*Jannata Rabbii keetitu waan isaan addunyaarraa walitti qabanirra caala na-biyyumaa Rabbiin kee,sii kenneetu ho-rii kuffaarri walitti qaberraa siif caala.

Í Ì Ë Ê É È *Odoo namni waan beyne nuti diinn-agee nama tokkoo heddommeysun , as-xaa nama san, nuti jaalatu'uutii.yaadun jiraatuu baattee, odoo sanii jeanii , hu-ndi isaanii kufriirratti walii galuun arg-amuu baatee

Ò Ñ Ð Ï Î *Silaa nama Rabbitti kafaruuf , mana isaanitiif goona

Page 10: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

10

Hiikkaa suuraa Zukhruf

Õ Ô Ó *Gonbisaa meetaa .

Ù Ø × Ö 33}*Ammallee sullama, yookaa Riqi-cha , isaan , mana gubbaa koran, kan meetati , isaanif goone .

" ! *Ammallee manneen isaanitiif, hulaw-wan meetati goona .

& % $ # 34}*Ammallee siree meetaa, ta itti irk-atan isaanii goona.

'( *Ammallee ziqaya yookaa faaya isaanif goona.

+ * ) *Haa tayuu wanni sun hundi , odoo isa-anii kenninelle ee , waan biraatii mitii ,

/ . - ,0 *Miya addunya'aa , kan waa xiqqo itti qananianii, eegasii dhabamtu malee wa-an biraatii miti

5 4 3 2 1 35}* Jannanni,Rabbii kee biratti, kan warra Rabbi sodaatuti. kan warra Rab-bitti amaneeti.

: 9 8 7 6 *Namni zikrii Rabbirraa gara gale,kan quraanarraa gara gale, ija qalbiiitin laa-luu dhiise .

; = < *Sheyxaana isatti marraana.

A @ ? > 36}*Sheyxaanni addunyaa tanarratti

waa hela isaati kan isaan addaan baane. kan waan halaalirraa isa dhoo-wwee, waan haraamitti isa kaasu . kan ibaadaarraa isa dhoowwee, cub-bu'utti isa kaasu .takkaa shayxaanni , hoggaa inni qabriii kau, itti qin-deeffa ma.hanga ibidda seensisutti.Ammoo mu'minni malaaykaaan wa-litti qindeeffaman. hanga Rabbiin gabroota isaa jidduutti firdii godhuu.

E D C B *Shayxaanni warra zikriirraa gara gale. karaa qajeelloorraa dhoowwa.

I H G F 37}*Jarri sun waan karaa qajeelaorra jiran if siyan .

L K J *Hanga warri sheyxaanan ,walitti qind-eeffame. Guyyaa qiyaarna'aa nutti dhu-futti.

Page 11: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

11

Hiikkaa suuraa Zukhruf

M *Namichi sheyxaanni ,itti qindeeffame wanni sheyxaanan .jeu .

O N P *Yaa sheyxaana , odoo wanni naafii si jidduu jiru, fageenyi naafii si jidduu jiru

R Q *Hanga bayaafii ,dhiiti adda fagaattu tayee .akka naafii ati ,wal hin agarre,

U T S 38}*Yaa hammeenya waa hela bada'aa, sun siyi je'aan. duuba Rabbiin akki je'uun:

Z Y X W V *Waan feetan walii je'aa ar'a isin hin fa-yyadu. sababaa isin addunya'arratti Ra-bbitti kafartanii if galaafattaniif,

_ ^ ] \ [ 39}*Isin waa hela keessan keessan,she-

yxaanan wajji, azaaba seenun,waa takka isin hin fayyadu, akka gaafa addunya'arraa namni balaan tuyxe hoggaa nama balaan akkaan tuyxe arge, si edaa waa na qofaa mitii je'ee, laalaa ifii irraanfatutti sheyxaana yookaa nama isa jalliseen wajji azaaba seenun, laalaa hin irraanfan-chiiftu ... Nabi muhammad nageenyi isarratti haa jiraatuu jebeessee orrna kuffaa-raa islaamatti yaamee, sanumaan wajjiin kufrii ida'atuu, malee, amanuu dinnaan, Rabbiin nabi Muhammadiin akki jere:

b a ` *Si ati nama duudaa ni dhageessiftaa? Hin dhageessiftu jechu' .

e d c *Takkaa nama jaamaa ni qajeelchitaa? Hin qajeelchitu jechu' .

k j i h g f 40}*Ammallee nama jallina mul'ataa

keessa jim ni qajeelchitaa je'een, hin qajeelchitu jechu'. makgnaan ka naa: kaafira akka nama duuda'atti beeka'aa haqarraa goru, kan dhag-ayuu didu, kan akka bala'atti haqaa odoo arguu didu, kan odoo karaa haqaa arguu irraa jallatu, nama akkanaa kana, ati haqa argisiisuu hin dandee ssuu, ifin cinqin. ati eega diin isaanitti geessitee, dalagaa teetin dhaabb attee. ammoo isaan nuutu qixaaxu'uu taa'aa.

n m l *Yoo odoo isaan hin qixaaxin, ati duute. ,

r q p o 41}*Nuti warra aakhira'atti kafare ni qi-xaaxna, abaduma kaafira qixaaxuu hin dhiifnu

Page 12: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

12

Hiikkaa suuraa Zukhruf

v u t s *Takkaa azaaba kuffaaraf baallama see-nne, isaanitti buufneti odoo ati jirtuu si garsiifna isaan beelessu'uufii, dhukkuba isaanitti buusuu, lola keessatti dhumuu, takkaa boojiyarnuu, si garsiifna.

z y x w 42}*Nuti isaan fixuu ,isaan qixaaxuu

dandeenyaa Rabbiin dubbii tana odoo nabi muhgammad makka jiruu je'een. duuba akkuma baallama isaaf seenetti azaabni addunya'aa isaa-nitti bu'ee, nabi muhammad arge, akka lola keessatti harka nabi Muha-mmadiin dhumu'uu. Ammoo azaabni aakhira'aa kan nama Rabbi tti ka-fare eeggatu, azaaba addunya'arra jaba'aa, itti dhufanii .

~ } | {� *Ati waan nuti sirratti buufne, qur'aana itti jabaadhuu qabadhu.

¥ ¤ £ ¢ ¡ 43}*Ati karaa qajeela'arra jirtaa.

¦ *Qur'aanni sirratti buufne kun.

§ *Waan si guddisu, waan gurra siif qabu

©ª *Waan ummata keetif guddina adduny-a'aa aakhira'aa qabu.kan namni isatti amanee waan isa keessa jirutti dalage, milkii guutuu. Gurra gaarii argatu.

® ¬ « 44} *Haqa qur'aanatiin dhaabbatu 'uufii dhaabbatuu dhabu'urraa gaafatamu'uuf teessan. heyni qur'aanaa baranii barsii-sanii ,itti dalaganii, tiysuudha.

³ ² ± ° *Mee warm si dura ergine gaafadhu.

µ ´ *Ergamoota keenyarraa, warra garte gaafadhu.

½ ¼ » º ¹ ¶ 45}*Mee waan Rabbii achitti gabbara-

mu ni goonee ? mee namni tokkolleen ergamoota keenyarraa , kan waan Rabbiin tayin ibaaduutti nama yaamu'uu jecha,ergame, ni jiraa ? jeii ga-afadhu. ergamoota yookaa warm isaan itti ergaman. Akka ibnu abbaas jeutti Rabbiin ergamootafii, anbiyoota hunda, halkan israaafii , mikgraa-jaa beytilmaqdisitti walitti qabeete.jibriil azaanee iqaamaa godhee , nabi muhammad rakakgaa lama salaatenii, hoggaa irra raaw'atu jibriil mee jara kana gaafadhu, namni isaanirraa waan Rabbin tayin gabberuutti na-

Page 13: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

13

Hiikkaa suuraa Zukhruf

ma yaamu'uu ergame jiraa ji'ii gaafadhu, je'een. Jennaan nabi muham-mad gayee lakkii je'e. ammoo namni (ibnu abbaas} hin tayin akki je'u: halkan israa'a san salfii torbaatu, sadii ergamootaa afur anbiyootaa nabi duuban salaate. duuba hogga salaatarraa raaw'atu, dubbii dheertu isaanin wajji haasawee, akki isaanin je'e: Rabbii kiyyaatu, isin gaafatu'utti na ajajee, mee nam tokkolleen, kan isinirraa waan Rabbiin tayin, nama ta-yuu, malaaykaa tayuu, jinnii tayu, muka tayuu, waan biraa tayuu, Rabbii dhiisanii, waan san gabbaru'utti nama yaamu'uu ergame isin keessa jiraa je'een, jennaan wanni je'aniin: yaa muhammad nuti hundi waanuma ta-kkaan ergamne. sun: Rabbiin tokkichaa, Rabbiin biraa, kan ibaadaa haqa godhatu isa malee hin jiru. wanni Rabbii achitti gabbaramu, yookaa ibaadamu hundi waan hin jirre. kijiba, ati dhuma anbiyootati, mata erga-mootati. asxaan sanii ati imaama taatee nuun salaatuu nabiy yiin biraa si boodan dhufu. hanga guyyaa qiyaama'atti iisaa ilma mary am yoo taate malee, inni ummata keetii si jala deemu'utti ajajamee je'aniin. wanni Rabbiin isaan gaafadhu je'eenif, akka Rabbii tokko gabba ru'utti nama yaamun, waan ergamoonni hundi sanii je'ee ergame taye, akka waan nabi muhammad baasa baase hin tayin kuffaara beysisu'uufi .

à  Á À ¿ ¾ Ä

*Dhugumaan}muusaa firkgawnafii or-ma isatti erginee jirra,mukgjizaa akka inni ergamaa keenya taye, ragaa isaaf baatu, isaaf kenninee.

Ê É È Ç Æ Å 46}*Duuba itti dhaqeeti, an ergamaa Rabbii waa hunda uumetii,na qeebaJaa waanan an je'u dhagayaa je'een. Jennaa-nin ragaan ati ergamaa isaa tayu'uu ma-ali ? je'aniin .

Í Ì Ë *Duuba hoggaa inni mukgjizaa teenya tan ragaa isaa taatun isaanittiin dhufu.

Ò Ñ Ð Ï Î 47}*Mukgjizaa teenyatti koflan. Xiqq-eessu'uuf haa tayuu nuti mukgjizaa tee-nya isaan garsiisuu itti fufne.

$ # " ! *Mukgjizuma takkallee hin agarsiifnu

' & %) ( * *Yoo mukgjizaa, qindii, yookaa obol-eettii isi'ii, tan san dura isaan garsiifn-erra guddo'oo taate malee. Tan isaan moromuu hin dandeenye.

, + * Azaaba jabaa hedduu isaanitti buufne.

Page 14: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

14

Hiikkaa suuraa Zukhruf

/ . - 48}* Akka Jaafanii, gorfamanii, badiir-

raa deebianiif dura bishaan itti ergine. kan mana hunda seenee hanga mor-matti nama Iiqimsu , kan guyyaa torba irra taa'e . kan nabi Muusan duaaii go-onaniifirraa deeme .ammas eega baati takkaatii awwaannisa. kan guyyaa torba irraa taaee.rnuusaatti iyyannaan duaaii isaanii godhee irraa eeme. Am-mas eega baati' iitii jallinatti deebi' anii akkasitti daanawuu , eegasii raacha, eegasii dhiiga, eegasii abaar, eegasii horii isaa nitti duaaii muusan godhee ho-riin isaanii duraa bannaan , nabi muusaa ajeesu'uuf itti kaan , eeguma akka-sitti balaa san tan duaaii nabi muusaaatin dhuftee duaaii isaatin deemtu arga-nii isaan hoggaa , balaa argan mara

2 1 0 *Wanni isaan nabi muusaaan jean , yaa kan falfala akkaan beeku .

9 8 7 6 5 4 3 ; :

49}*Sababaa waan si birbiratti beekka-meef jecha,kan du'aaii teetin balaan nu-rra deemtu. yoo amanne .waan abdii ak-katti , si biraa qabnuuf jecha .ni ama-nnaa ,ni qaj eellaa , mee Rabbii kee nuu khadhu jeaniin .

? > = < *Duuba hoggaa du'aaii rnuusaaatin ba-laa isaanirraa deemsifnu .

C B A @ 50}*Baallama diiganiiti ,qajeeluu dida-nii , kufrii itti fufan.

G F E D *Firkgawna ummata isatti lallabee ,

I H *Akki je'e yaa ummata kiyya

M L K J *Si mootummaan misraa jechuu .tiyyaa mitii ? tiyya

R Q P O NS *Ammas akki jee.laggeen kun mana ki-

yya jalaa yaaa, wanni akkana je`eef : laga ( niil } kan biyya teenya. Wallaga , keessan ,soodaan seenee,biyya misraa dhaqu.kan nuti mor-mor yooka ( abbayya } jennuun gubba'atti, fooqii,yookaa galmajerree, laga abbayyaa, adda qoodee .warra misraatif, dhiibuu biyya misraa keessa, maagada gurgudda doonin keessa deemuu dundeessu, yaasee. Wanni je'e laggeen kun najalaa yaaaa

V U T 51}*Duuba kana laaltanii, guddina ki-yya hin gartanii ?

Page 15: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

15

Hiikkaa suuraa Zukhruf

[ Z Y X W *Gartanii? anaatu isa kanarra caala. Muusaa baanee.

] \ *Isa laafaa, gadi galoo, muusaa baanee,

b a ` _ 52}*Kan akkasuma, waan dubbatu tol-

chee, addeessee dubbatuu, hin dandeenye. waan isaa xiqqa'aa arrabni gubateef, firkgawna ibidda dura kaayee. maalif, muusan isaa xigqa'aati firkgawna fuula keessa kabale, hoggaa san firkgawna ajjeesuu fedhe. haa tayuu jaartin firkgawnaa kun daa'ima homaan beynee, dhiisi jett-eenii akka inni homaan beyne isaa ibsu'uu jecha akki Jette: gurbaan kun timiraafii cilee ibidda barbadaa addaan hin beekhu jetteen, akkasitti tim-iraafii cilee dura kaayanii, cilee ibiddaa fuudhee afaan kaayatee arrabni gubate. Silaa odoo timira fudhatee, firkgawna ni ajjeessaa, duuba du'a jalaa baasu'uuf Rabbiin kana dalage. Akkasitti arrabni muusa'aa harfii gar ii je'uu dadhabe,akka harfii {Raa} ghiin godhu'uu takkaa {Laam} godhu'uu, takkaa {siin} {taa} godhu'uu, haa tayuu Rabbiin fafa arrabaa san, hoggaa inni guddatee, firkgawnatti, erge irraa deemsisee arRabni isaa nagayatti deebi'e.

h g f e d c * Ammas firkgawna akki je'e: yoo kan dhugaa dubbatu taye, maalif gutichi ziqiyaa irratti hin buufamne ? akka uff-atee boonun akka aadaa isaanitti,

n m l k j i 53}*Takkaa maa malaaykan wal jala yaatu tan isa dhugo'oornsitu isaan wajji hin dhufue ? je'e .

p o *Akkasitti firkgawna ummata isaa gow-woomsee, kijiba dhugaa itti fakkeessee,

qr *Waan inni je'u dhagayanii gabbaran.

w v u t s 54}*Waan isaan warra jallate, kan ka-raa Rabbirraa baye, tayaniif jecha.

y x *Duuba hoggaa isaan kufrii keessa wa-sanaa bayanii, nu aarsan yookaa nu da-llansiisan.

{ z *Isaan qixaan'ee, yookaa yakka isaanitti murree,

~ } | 55} *Isaan hunda bishaan bahariin fin'ee .

Page 16: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

16

Hiikkaa suuraa Zukhruf

¤ £ ¢ ¡ � 56} * Gorsaafi i waan warri isaan booda dhufu qajeelun goone. wanni ummata san bishaan balleessef isaanitu bishaa-nin qooqefi,firkgawna bishaan nii! na jalaa madda je'ee,namuu waa numa inni qooqen Rabbiin balleessaa .

¥ ª © ¨ § ¦ *Gaafa kuffaarri nabi kgiisaa , warra rabbi achitti ibaadame , kan qoraan ibi-ddaa tayuuf fakkeessaa godhan

° ¯ ® ¬ « 57}*Ummanni kee fakkeessaa saniin si

injifanne jeaniiti, Gammadanii ,kuflan. wanni aayanni tun buutef, kan isaan akkas jechisiise , Rabbiin aayata biraa keessatti,orma Rabbii achi-tti waan biraa ibaadun akki je'e: isiniifii, wanni is in ibaaddan, qoraan ibiddaati je'e. hoggaa san ormi kuffaaraa dubbiin tun, waan nuti gabba rruufii, nu qofa moo, ummata birallee qabatti je'een nabi Muhammadiin. Jennaan nabi muhammad isiniifii, waan isin gabbartaniifii, waan umm-anni hundi gabbaru la alti je'een.Jenneen, si injifannee hayyee, je'aniin. maalif nasgaaran{ kirishtiyaanni} kgiisaa ibaadaa, yahuudan kguzeyri ibaaddii, ormi kuun malaaykaa ibaadanii, yon kgiisa'aafii jarri kun, ibi-dda seene, nuufii wanni nuti ibaadnu isaanin wajji, ibidda seenuu jaala-nne, je'aniin. Duuba nabi muhammad, waan Rabbiin,deebisaa dubbii tanaatif, irratti buusu eegu'uuf cal'ise. hoggaa san ormi kuffaaraa waan nabi muhammad ratta'ame sayanii, gammadanii koflan. duuba Rabbiin dubbii tanarraa dubbatee akki je'e: ummanni kee , warra Rabbii achitti ibaadame, kan warra isa ibaade wajji, ibidda seenuf { kgiisaa } fakk-eessaa godhaniiti .

µ ´ ³ ² ±¶ *Wanni nabi Muhammadiin jean si wa-an nuti gabbarru dhaga'aafii muka moo kgiisa'aatu irra caala? yoo inni ibidda seene, Rabboonni yookaa wanni nuti gabbarrus haa wajj i seentuu je'an.

º ¹ ¸ *Ormi kuffaaraa sun kgiisaa warra ibi-dda seenuf fakeessaa hin goone.

¼ »½ *Murama'aafi malee . odoo fakkeessan,

tun haqaa mitii beekhanuu, maalif Rabbiin wanni orma kuffaaratiin je'e: isiniifii wanni isin gabbartan. je'e afaan aRabatti (maa} jechuun wanni jechu'. sun waan ayliin qabnerratti dubbatamaa, duuba akka kgiisan wa-an Rabbii achitti gabbaramu, kan ayliin qabne, jala hin seenne. Isaan or-

Page 17: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

17

Hiikkaa suuraa Zukhruf

ma atabaatii ni beekhanii, haa tayuu moroma'aaf yookaa falama'aaf akkas je'an

 Á À ¿ ¾ 58}*Inumaa isaan warra falama'aati Warra moromaa jabaatu. duuba Rabbiin isaanirratti deebisuun akki je' e.

Ê É È Ç Æ Å Ä Ã Í Ì Ë

59}*(Kgiisaa}abbaa malee haadha qofar-raa uumu'uun, mukgjizaa dandeytii teenya rnuliftu, ilmaan israaiilif goone akka aad-am haadhaa abbaa malee uumne.akka hgawwaa haadha malee, abbaa qofarra uumne .dandeytii teenya mul'isu'uuf. Duu-ba {kgiisan} Rabbii miti .amrnallee ilma Rabiitii miti .

Ô Ó Ò Ñ Ð Ï Î Ö Õ

60}*Isin yaa warra Rabbitti kafare, odoo feenee isin dhabamsiifneti .Bakka teessan malaaykaa dachii tanarra qub-siifna qubsiifua. tan Rabbii ibaaddu. tan akka keessanitti Rabbitti hin balleessine . Ammas Rabbiin dubbii nabi kgiisa'atti deebi'ee akki je'e :

! *Nabi kgiisan.

# " *Sami`ii bu'uun isaa,alaamaa yookaa as xaa qiyaaman dhiyaatu'uuti. Odoo qiy-aaman hin dhaabbanne, milikkanni he-dduun argamu'uuf taa'a, sanirraa kgii-san amma samii lammeysa'aa keessa jiru, dachii bu'u

& % $ * Akka qiyaaman dhuftu hin maminaa

'( *Wanni ummata keetin jettu karaa tok-kummaa { waaqaa } yaadu'utti na jala deemaa .ji`iin ,

, + * ) 61}*Wannin an itti is in yaamu, karaa haqaa diriiraadhaa

/ . -0 *Sheyxaanni karaa Rabbirraa , isin hin maysin

5 4 3 2 1 62}*Sheyxaanni nyaaba yookaa diina keessan mul' ata' aa .

Page 18: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

18

Hiikkaa suuraa Zukhruf

9 8 7 6 *Nabi iisan,hoggaa ergamee mukgjiza- 'aafii.shariaadhan dhufu .

= < ; : *Yaa ilmaan israa'iil dhugumaanan na-biyyurnmaaafii shariaadhan isinitti dhufee

C B A @ ? >D *Waan garii kan heera towraatirra ke-essatti wal dhabdan isinii addeessu'u-ufan , dubbii diin taatuu tabiraa taatuu isinitti dhufee.

H G F E 63}*Rabbi sodaadhaaa .waanin an isin-iin je`u dhagayaa .

M L K J I *Waaqni isa . Rabbiin kiyyaafii kee-ssanii.

NO *lsuma ibaadaa gabbaraa tokkummaa isaa yaadaa. Rabbiin tokkoo lamaa mitii , sadiyii mitii .

S R Q P 64}*Kun karaa qajeela'aa

W V U TX *Duuba warri inni itti ergame jidduu

isaanitti wal dhaban. Dubbii kgiisa'aa keessatti, gariin isaanii Rabbi je'e. warri isaanirraa akkas je'u orma (ya'quubiyyaa} je'aniin. gariin isaanii kgiisan ilma Rabbiiti je'e. warri isaanirraa akkas je'u orma (marqoosi yya} je'amu, gariin kgiisan Rabbii sadiyirraa tokko je'e. warri isaanirraa akkas je'u orma malakaaniyyaa je'amu. gariin isaanii gabricha Rabbiiti je'a. haa tayuu nabi muhammaditti amanuu didan . ammon yahuudan in ni nabiyyi'ii mitii, ilma abbaan qabne kan gumnumma'aan dhalate jatte Rabbi isaan haa balleessuu.

[ Z Y *Laga azaabatu warra dubbii nabi kgi-isa'aa keessatti haqarraa bayee,kafareef, jira

_ ^ ] \ 65}*Azaaba guyyaa nama laalessurraa.

a b *Warri Rabbitti kafare waan biraa hin eeggatu.

f e d c *Yoo qiyaaman isaanitti dhufuu taate malee.

g *Dingatatti, hatattamatti .

k j i h 66}*Isaanii ifirraa quban qabne .

Page 19: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

19

Hiikkaa suuraa Zukhruf

l *Warri addunya'arratti jaala wal godhate

p o n m *Guyyaa qiyaama'aa diina waliiti. Gar-iin isaanii , gariin isaanitiif diina wal jibban.

s r q 67}*Warra fuula Rabiitii jecha wal jaa-latee, karaa Rabbirratti wal jabeesse malee .isaan, aakhira'atti jaala waliiti. wal shafa'an .. warra akkanaa kanaan guyyaa boruu wanni je'amu :

x w v u t *Yaa gabroota kiyya. ar'a, waan sod-attan hin qabdan .

| { z y 68}*Waan isin yaachisullee hin

� ~ } *Warri guyyaa qiyaama'aa hin sodaa-nne ,hin yaaddoyne sun, warra qur'aana keenyatti amane,yookaa dhugo'oomse .

£ ¢ ¡ 69}*Warra diin isaanii qabatee, dalagaa isaanii Rabbiif qulqulleyse .. gaafas

¥ ¤ * Jannata seenaa isaanin je'ama.

§ ¦ *Isiniifii,beerri keessan, kan islaamalleen

© ¨ 70}*Ni gammaddanii. ni guddifamtanii

« ª *Warra jannatarraa ni naanawama,

® ¬ *Qorii ziqiyaa heddu'uun ,akka ta fe-dherraa namuu wan fedhe nyaatu.

°± *Ammallee geeba wahiin dhuganiin ir-ra naannawan. dhugaatii adda addaatin tan habbuuqqaa duraatifii ta itti aantu , dhandhama keessatti wal dhabdu. Nya-anninis akkasi .

µ ³ ² * Jannata keessa, waan lubbuun jaalattu hundaatu j ira .

¸ ¶¹ *Waan ijatti miidhagu hundaatu jira.

½ ¼ » º 71}*Isin yaa warra Rabbitti amane jan-nata san keessa, zalaalamii teessanii qa-naniitan.

Page 20: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

20

Hiikkaa suuraa Zukhruf

¿ ¾ *Sun jannata .

Á À *Tan isin kennamtan yookaa dhaalch-ifam tan ,

Å Ä Ã Â 72}*Sababaa waan gaarii addunya`arra-

tti dalagattaniin argattan. takkaa wanni ni dhaalchifamtan je'eef Rabbiin nama hundaaf, mana lama godhe tokko mana jannata keessa jiru, tokko kan ibidda keessa jiru. duuba namni amanee jannata seene , mana nama kafaree, ibidda seeneti dhaala. namni kafaree ibiddi seenes, mana nami cha islaamayee, jannata seenee, kan ibidda keessa jiru san, irraa dhaala, akkanatti jannanni dhaala taye .

Ì Ë Ê É È Ç Æ 73}*Jannata keessa waan qananiidhaa, takkaa asheetaa ,heddu'uutu isiniif jira. Kan irra nyaattan. wanni nyaadhamu hu ndi, kan biraatitu bakka isaa bu'aa hin dhabamu.

' & % $ # " ! 74}*Warri Rabbitti kafare ,azaaba ibid-daa keessa zalaalamii taa'ee gubata

* ) ( * Azaabni ibiddaa isaanirraa hin irraan laaffifamu.

. - , + 75}*lsaan rahgmata Rabbirraa, garaa murataniiti ,cal'isan .(mublisuun} jech-uun cal'isan jechu'. ammon yon xiqqoo khajeellaa qabaatan ni iyyatan.

0 / *Nuti kuffaara san ibidda naquudhan ittin roorrifne.

5 4 3 2 1 76}*Haa tayuu isaantu ifitti roorrise. Kan odoo itti himnuu, amanuu didanii kafar anii, azaaba if seensisanii, jannat-arraa if hoongessan .

7 6 *Hoggaa malakticha tokko ibidda taligu kan (maalik} je'arnu argan itti lallabanii akki je'aniin:

: 9 8; *Rabbiin kee haa nu ajjeessuu ,nuu ka-dhu. akka duunee dabarree, azaaba jalaa baanu. je'aniin .

Page 21: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

21

Hiikkaa suuraa Zukhruf

< *Duuba eega bara kuma je'eenii deeb-isuuf jaa' ee ( maalik } wanni

? > = 77}*Isin zalaalamii hin duutanii, ibidda keessa teessanii gubattanii, usaa jechu'. Akkasitti cal'isan .

B A @ *Rabbiin orma kuffaaraa kan quraana

qeebaluu diduun akki je'e: dhugumaan dubbii dhuga'aatin isinitti dhufne ,karaa ergamaa keenyaa Muhammadiin, karaa haqaa kan jannataatifii kan ibiddaa addaan isinii baafnee. waan gaari'iifii, waan hamtuu adda isinii baafnee.

G F E D C 78}*Haa tayuu irra hedduun keessan haqa jibba. Waan heyn'i,waan Rabbiin jibbu, kan nabseen jaalatturraa isa dho-wwuf jecha, haga jibban

J I H *Si ormi kuffaaraa nabi Muhammad biyya baasu'uufii, takkaa hidhu'uufii, ajjeessu'urraa dubbataniiti, ni ajjeefnaa-dharratti walii galanii, muratanii, mur-anii jabeessanii !

M L K 79} *Duuba yoo isaan waan san muran nutis akka nabi muhammad balaa isaa-nii jalaa isa baafnee isaan hoongees-sinu murree jirra, isa gargaarree mosif-nee , isaan caphsinee, fixuu murree jirra

T S R Q P O NU *Si isaan hoggaa mana tokko kan (daa-rulnadwaa} je'amutti,dhoysa'aan maqoo bayanii, haasawan, waan nuti isaan hin dhageenye seyanii?

V *Dhuga'aa, isaan dhageenya waan isaan kophaa dubbataniifii, waan isaan nam-aan wajji haasawan ni dhageenya .

X W *Malaykan dalagaa namaa eeydus isaan bira jirtii

Z Y 80}*Waan isaan je'an hunda ni katabdi.

_ ^ ] \ [ *Wanni warra Rabbiin ilmoo qaba je'-uun jettu .odoo Rabbiin ilmoo qabaatee.

Page 22: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

22

Hiikkaa suuraa Zukhruf

c b a 81}*Silaa namni ilmoo isaa san dura

gabbaru, anaa, ni kijibdan malee,Rabbiin ilmoon qabu. wanni ilmoo qa-baatu'utti nama geessu haaja'a. akkasuma ilmoo qabaatun jaartii qabaat u'utti haajamti, wanni jaartii fuudhanii cinqii isi'jj ba'atanii, wajji bulu' u'utti nama geessu, haaja'a ilmoo haa naa hortu'uuf itti haajamanuu, wa an biraatii itti haajamanuu sun hundi, waan ir' ummaa beysisu, Rabbiin dureessan haajamnee, kan gargaasifannee, Rabbiin ilmoo qabaa yaadun kufri'ii akkas yaaduu

g f e d *Rabbiin sami`ii dachii, uumee qabu qulqullaaye

h i *Rabbiin arshii, waa hundarra guddooo uumee qabu qulqullaaye .

l k j 82}*Kijiba kuffaarri , ilmoo qaba je'ee isarra kaayurraa qulqullaaye.ilmoo qab-aatun isaan hin malu irraa guddate .

n m *Orma kuffaaraa san, haa badii isaanii keessa lixanii , itti dhiisi .

o *Haa addunyaa isaanitiin taphatanii, yoo qajeeluu baatan , ifirraa itti dhiisi,

r q p *Hanga guyyaa isaanii arganitti.hanga du'anitti takkaa q iyaama' atti .

u t s 83}*Guyyaa isa keessa qixaaxamu'uuf baallamni isaanii qabame sun guyyaa qiyaama aatii

z y x w v *Waaqni , yookaa Rabbiin isa samii ke-essatti gabbaramu . yookaa ibaadamu

} | {~ *Kan dachii keessattis gabbaramu . yo-okaa ibaadamu .

¡ � *Rabbiin kan hikmaa qabu kan dala-gaan isaa akka malee hin taane kan waa hunda bakka isiiin maltu kaayu.

£ ¢ 84}*Rabbiin kan dantaa waan uumee beekhu.kan waan isaanii,tolchufii , wa-an isaan balleessu adda beekhu .

© ¨ § ¦ ¥ ¤ *Rabbiin .samiiifii , dachii uumee qabu

Page 23: Hiikkaa suuraa Zukhruf M S - rashaad.net · 18}*Dhalaa waan himaturratti ragaa fi-datee mulisuu hin dandeenye.Rabbiif jaalattanii ? kun ajaaiba . ¤ £ ¢ ¡ §¦¥ *Ormi kuffaaraa

23

Hiikkaa suuraa Zukhruf

« ª *Kan waan dachi'ii samii jidduu jiru uumee qabu, waan isaan , hin malle hun darraa guddate .

¯ ® ¬ *Waytii qiyaaman dhaabbattu beekhun Rabbi bira jirti .isa malee namni saa`aa qiyaaman dhaabbatti beekhu hin jiru .

² ± ° 85}*Hundi keessan duaan gara isaa de-ebitan.

¹ ¸ ¶ µ ³ *Wanni kuffaarri Rabbii achitti ibaadu .yookaa yaammatu hin dandayu . yoo-kaa hin qabu.

º *Nama tokkollee hin shafaan .

Á À ¿ ¾ ½ ¼ » 86}*Yoo nama haqa beekhee itti amane taye malee . kan akka nabi Iisaaa uzey-rii isaan odoo namni Rabbii achitti isa-an ibaadelle`ee haatayuu murnina warra Rabbii tokkichatti amane ni shafaan .

Å Ä Ã Â *Orma kuffaaraa saniin eenyutu isin uume ? yoo jettee yoo gaafatte .

Ç ÆÈ *Rabbumaatu nu uume je'an .

Ë Ê É 87}*Duuba Rabbii isaan uume ibaaduu dhiisanii , eessa deeman .

Ì *Nabi Muhammad akki je' e : jechi isaa

Ó Ò Ñ Ð Ï Î Í 88}*Yaa Rabbii kiyya, jarri kuffaara kun sitti hin amanan .jeeetii Rabbitti hi-mate . duuba Rabbiin akki je`een

Õ Ô *Dhiifama isaanii godhii .

× ÖØ *An nagayan barbaada ji'i jeeen kun odoo jihaadatti hin ajajamin .

Û Ú Ù 89}*Duuba waan isaan mudatu bee-ku`uuf taa`an .