waajjira dhimma immigireeshinii fi baqattootaa (oira) kan ......2017/08/26  · seerummaa keessan...

2
Ati lammummaa U.S. guutuuf gargaarsa ni barbaaddaa? Iddoo gargaarsaa (kiliniika) lammummaa keenyaa kan abuukaatoon, gorsitoonni seeraa fi hiiktonni afaanii hayyamamummaan tajaajilan iyyanno lammummaa keessan irratti isin gargaaranii kottaa. Jiraattota seera qabeeyyii kan ulaagaa guutan (GIRIIN KAARDII KAN QABAN) hundaaf gargaarsi tolaan kennama. August 26, 2017 SATURDAY Start time: 10 AM RAINIER BEACH COMMUNITY CENTER 8825 RAINIER AVE S SEATTLE, WA 98118 Waajjira dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa Waajjira dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa (OIRA) Kan hojjatu jireenya godaantootaa fi baqaatoota jiraatoota Seattle foyyeessuuf. Inniis karaa Duula Lammummaa Haaraa,OIRA lakkofsa godaantootaa fi baqaatoota dabaaluu barbaada kan lammii ta’anii fi adeemsawwan hawaasaa keessatti qooda fudhatan gargaara. Kiliniikni Duula Lammummaa Haaraa kun kan isiniif dhufe karaa Waajjira Dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa Magaalaa Seattle dhaabbatoota hawaasaa maatii irratti hundaa’e armaan gadii waliin ta’uudhaan. Asian Counseling and Referral Service Catholic Immigration Legal Services Chinese Information and Service Center Horn of Africa Services Korean Community Service Center OneAmerica Refugee Women’s Alliance Oddeeffannoo dabalataa argachuu fi guyyootaa fi bakkakiliinikootni ji’aanii keenya itti argaman beekuuf: newcitizencampaign.org dowwadha yookiin: (206) 328-5647 irratti bilbilaa. Seattle Waajjira dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa

Upload: others

Post on 20-Jan-2021

15 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Waajjira dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa (OIRA) Kan ......2017/08/26  · Seerummaa keessan mirkanneessuuf dirqama kanneen armaan gadii fiduu qabda: Kaffaltii guutuun Doolara

Ati lammummaa U.S. guutuuf gargaarsa ni barbaaddaa?

Iddoo gargaarsaa (kiliniika) lammummaa keenyaakan abuukaatoon, gorsitoonni seeraa fi hiiktonni afaanii hayyamamummaan tajaajilan iyyanno lammummaa keessan irratti isin gargaaranii kottaa. Jiraattota seera qabeeyyii kan ulaagaa guutan (giriin kaardii kan qaban) hundaaf gargaarsi tolaan kennama.

August 26, 2017 saturday

Start time: 10 AM

RAINIER BEACHCOMMUNITY CENTER 8825 RAINIER AVE S SEATTLE, WA 98118

Waajjira dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa

Waajjira dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa (OIRA) Kan hojjatu jireenya godaantootaa fi baqaatoota jiraatoota Seattle foyyeessuuf. Inniis karaa Duula Lammummaa Haaraa,OIRA lakkofsa godaantootaa fi baqaatoota dabaaluu barbaada kan lammii ta’anii fi adeemsawwan hawaasaa keessatti qooda fudhatan gargaara.

Kiliniikni Duula Lammummaa Haaraa kun kan isiniif dhufe karaa Waajjira Dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa Magaalaa Seattle dhaabbatoota hawaasaa maatii irratti hundaa’e armaan gadii waliin ta’uudhaan.

Asian Counseling and Referral ServiceCatholic Immigration Legal ServicesChinese Information and Service CenterHorn of Africa ServicesKorean Community Service CenterOneAmericaRefugee Women’s Alliance

Oddeeffannoo dabalataa argachuu fi guyyootaa fi bakkakiliinikootni ji’aanii keenya itti argaman beekuuf: newcitizencampaign.org dowwadha yookiin: (206) 328-5647 irratti bilbilaa.

SeattleWaajjira dhimma Immigireeshinii fi

Baqattootaa

Page 2: Waajjira dhimma Immigireeshinii fi Baqattootaa (OIRA) Kan ......2017/08/26  · Seerummaa keessan mirkanneessuuf dirqama kanneen armaan gadii fiduu qabda: Kaffaltii guutuun Doolara

Waan Fiduu Qabdan

F Kaardii jireenya dhaabbataa (Green kaardii) keessan.

F Waraqaa yeroo dhiyootti gibira ittiin kaffaltani fi uunkaa W-2.

F Paaspoortii keessan kan durii fi kan ammaa.

F Waa’ee galmee dookumantiiwwan godaansaa isin harka jiru hunda.

F Kaffaltii hir’iisuu-adda addaa karaa sadarkaa galii:

SEERA QABEESSAN GUUTUUF, ATI KAN BARBAADU GARA: ATI ODDEEFFANNOO ARMAAN GADII WALITTI QABU KAN SI BARBAACHISU TA’A:

DOOKUMANTIIWWAN KANNEEN DABALATAA NI BARBAACHISA:

F Ati yoo xiqqaate waggoota 18 guyyaa faayiilii gootu.

F Qabaadhu jiraataa seeraa dhaabbataa yoo xiqqaate waggoota 5niif (yookiin waggoota 3niif, yoo lammii U.S. fuute).

F U.S. keessa kan ture2.5 niif waggoota darban 5 (yookiin wag-goota 1.5niif, yoo lammii U.S. fuute).

F Dubbachuu danda’I bu’uura Ingiliffaa (ATI TARII KAN QULQULLEESSITU QIXAA ALA).

F Teessoowwan tartiiba manaa waggoota darban 5 fi guyyoota yoomuu kam akka ati teessoowwan kanneen keessa jiraate.

F Tartiiba maqaawwan iddoo hojii fi teessoowwan waggoota darban 5 fi guyyoota ati iddoo hojii kanneen waliin hojjate.

F Guyyoota ykn yeroo U.S. ala turtee, yeroo jiraataa dhaabataa itti taatee fi biyyoota deemte yeroo km akka deemte.

F Maqaa guutuu ijoollee keessanii, guyyaa dhalootaa, fi galmee ragaa dhalootaa yoo qabaattan.

F Maqaa, guyyaa dhalootaa, guyyaa ga’ilaa fi guyyaa walhiikuun haadha warraa fi abbaa warraa jidutti raawwatame.

F Ragaa fuudhaa fi Heerumaa ykn Gaa’ilaa.

F Yoo addaan baatani ragaa hiikkaa dhiyeessuu qabdan.

F Mirkanneessa maatii siin gargaaramanii dhiyeessi.

F Seera jijjiiraa maqaa dookumaantii (yoo maqaan kaardii magariisa irraa maqaa seeraa ammaa irraa adda ta’e yoo jiraate).

F Yoo gaa’ila irratti hundooftee guuta ta’e gara lammii U.S. mirkanneessa dhiirsaa/niitii lammii U.S. fidi (FKF paaspoortii, ragaa dhalootaa yookiin ragaa dhaloota U.S.) fi dokumaantii waliin jiraachuu keessan mirkanneessu.

F Yoo hidhamtanii jiraattan yookiin to’atamtanii kan beektan ta’e karaa biiroo seera rawwachisuun sababa kamiif iyyuu, Waraqaa Ragaa gadlakifamuu keessan ibsu xalayaa qulqullinaa qaama seeraa san irraa fidachuu qabdan.

Seera Qabeessummaa Barbaada Dookumantiiwwan

• Ofii kee guutummaatti kaffaluuf yoo karoorsite cheekkii barbaada, cheekkii qabduu maallaqaa, yookiin ajaja qarshii ykn manii orderii qopheessuudhaan gara "U.S. Department of Homeland Security" erguu qabdu.

• Xalayaa gargaarsa mootummaa "DSHS" irraa isiniif kenname,

YOOKIIN

• Mirkanneessa galii kee: Deebii ashuuraa YKN taaksi Ritarnii kee ragaa ibsu.

Deeggarsa addaa ykn kaffaltiin akka isiniif irratu yoo barbaaddan. Seerummaa keessan mirkanneessuuf dirqama kanneen armaan gadii fiduu qabda:

Kaffaltii guutuun Doolara $725 dha.

NAMNNI AFAAN ISINIIF HIIKU NI JIRA, HAATA’UU MALEE YEROO KEES-SAN QUSACHUUDHAAF NAMA AFAAN ISINIIF HIIKU YOO FIDATTAN GAARIIDHA.