beekumsa haarawaa fi ragaa hojiin adeemsisu...

2
Haala bishaan lafa jalaa gara fulduraa biyyoota Afrikaa saharaa gadii keessatti Dhaabbatoota GiroFiwuchersiin ofkeessatti qabate: Yuniversiitii Addis Ababaa, Itoophiyaa Sarveyii Ji’oloojii Biritishii, Yuukee Dhaabbata Qoranno Misoomaa, Faaransayii Dhaabbata Qoranoo Misoomaa, Yuukee Handhuura Madaallii Qabeenya Bishaan Lafa Jalaa Adunyaa Dhaabbata Bulchiinsa Bishaanii Adunyaa Yuniversiitii Qonnaa Soko’inee, Tazaniyaa Yuniversiitii Abduu Mawumawunii Niyamii, Nijerii Yuniversiitii Gawunderree, Kameruun Yuniversiitii Kolleejjii Londonii, Yuukee Yuniversiitii Maayidugurii, Nayijeeriyaa Yuniversiitii Susseekesii, Yuukee Yuniversiitii Witiwaatersandii, Afrikaa Kibbaa GiroFiwuchersiin Waliin Kan Hojjetan: • Ministeera Bishaanii, Jallisifi Humna Ibsaa Itoophiyaa Abbaatayitaa Sulula Awash, Itoophiyaa • Eejinsii Jijjiirama Qonnaa Itoophiyaa • Abbaatayitaa Sulula Niijer, Niijerii • Ministeera Bishaanii Tanzaniyaa • Boordii Sulula Bishaan Rufeejii, Tanzaniyaa • Netwoorkii Bishaan Lafa Jalaa Afrikaa Bu’uura saayinsawaa cimsuu fi adeemsa bulchiinsa hirmachisaa ta’e kan akkataa bishaan lafa jalaa itti fufiinsaan fayyadamuun hiyyummaa biyyoota Afrikaa saharaa gadii keessaa ittiin maqsan (2015 - 2019) GiroFiwuchersiin hojiin adeemsisu: GiroFiwuchersii Beekumsa haarawaa fi ragaa GiroFiwuchersii • Hubannoo daandii misoomaa bishaa lafa jalaa lakkoofsaan • Tilmaama foyya’aa kuufamuufi deebisanii guutuu bishaan lafa jalaa • Kuufama tajjabbummaa sadarkaa bishaan lafa jalaa kan waggoota kurnanii Afrikaa hundaa Keessatti, walitti dhufeenya haala qillensaafi bishaan lafa jalaa madaaluuf • Adeemsa irra deebi’anii guutuufi qindoomina bishaan lafa jalaa fi bishaan lafarraa madaaluufii haalaan irra deddeebi’anii odeeffannoo hordofuu • Jijjirama haala qillensaafi itti fayyadama lafaa irratti hundaa’uudhaan, gara fuuladuraatti, guutamaafi kuufamaa bishaan lafa jalaa lakkoofsaan tilmaamu Maloota haarawaafi dhaabbatoota waliin hojjetan • Cimsuu dandeetti fi wal-tumsa qorannoo paan-Afrikaa • Netwoorkii bakka buufata to’annoo bishaan lafa jalaa Afrikaa • Tapha bishaan lafa jalaa fayyadamuu namotni murtoo kennan akka daandii misooma garaagaraas hubannoo keessa galfachuun murtoo fudhataan gargaaruuf Daandii fireemiwoorkii hooggansa waliigalaa bishaan lafa jalaa jabeessuuf • Moodeloota irra deebi’anii guutuufi kuusuu bishaan lafa jalaa, fayidaa bishaan lafa jalaa yeroo dheeraaf itti fufinsa qabuu fi hirkatummaa sirnakkoon bishaan lafa jalaa irratti qabu madaaluudhaaf To’annaa sadarkaa bishaan lafa jalaa Tanzaniyaa keessatti www.grofutures.org Imelii: [email protected] Marsariitii: www.grofutures.org

Upload: others

Post on 06-Sep-2019

9 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Beekumsa haarawaa fi ragaa hojiin adeemsisu ...grofutures.org/wp-content/uploads/2015/11/Grofutures-leaflet-OROMO-lowres.pdf · Dhaabbata Qoranoo Misoomaa, Yuukee Handhuura Madaallii

Haala bishaan lafa jalaa gara fulduraa biyyoota Afrikaa saharaa gadii

keessatti

Dhaabbatoota GiroFiwuchersiinofkeessatti qabate:

Yuniversiitii Addis Ababaa, ItoophiyaaSarveyii Ji’oloojii Biritishii, YuukeeDhaabbata Qoranno Misoomaa, FaaransayiiDhaabbata Qoranoo Misoomaa, YuukeeHandhuura Madaallii Qabeenya Bishaan Lafa Jalaa Adunyaa Dhaabbata Bulchiinsa Bishaanii Adunyaa Yuniversiitii Qonnaa Soko’inee, Tazaniyaa Yuniversiitii Abduu Mawumawunii Niyamii, NijeriiYuniversiitii Gawunderree, KameruunYuniversiitii Kolleejjii Londonii, YuukeeYuniversiitii Maayidugurii, NayijeeriyaaYuniversiitii Susseekesii, YuukeeYuniversiitii Witiwaatersandii, Afrikaa Kibbaa

GiroFiwuchersiin Waliin Kan Hojjetan:• Ministeera Bishaanii, Jallisifi Humna Ibsaa Itoophiyaa• Abbaatayitaa Sulula Awash, Itoophiyaa• Eejinsii Jijjiirama Qonnaa Itoophiyaa• Abbaatayitaa Sulula Niijer, Niijerii• Ministeera Bishaanii Tanzaniyaa• Boordii Sulula Bishaan Rufeejii, Tanzaniyaa• Netwoorkii Bishaan Lafa Jalaa Afrikaa

Bu’uura saayinsawaa cimsuu fi adeemsa bulchiinsa hirmachisaa ta’e

kan akkataa bishaan lafa jalaa itti fufiinsaan fayyadamuun hiyyummaa

biyyoota Afrikaa saharaa gadii keessaa ittiin maqsan

(2015 - 2019)

GiroFiwuchersiin hojiin adeemsisu: GiroFiwuchersiiBeekumsa haarawaa fi ragaa GiroFiwuchersii• Hubannoo daandii misoomaa bishaa lafa jalaa

lakkoofsaan • Tilmaama foyya’aa kuufamuufi deebisanii guutuu bishaan

lafa jalaa• Kuufama tajjabbummaa sadarkaa bishaan lafa jalaa

kan waggoota kurnanii Afrikaa hundaa Keessatti, walitti dhufeenya haala qillensaafi bishaan lafa jalaa madaaluuf

• Adeemsa irra deebi’anii guutuufi qindoomina bishaan lafa jalaa fi bishaan lafarraa madaaluufii haalaan irra deddeebi’anii odeeffannoo hordofuu

• Jijjirama haala qillensaafi itti fayyadama lafaa irratti hundaa’uudhaan, gara fuuladuraatti, guutamaafi kuufamaa bishaan lafa jalaa lakkoofsaan tilmaamu

Maloota haarawaafi dhaabbatoota waliin hojjetan• Cimsuu dandeetti fi wal-tumsa qorannoo paan-Afrikaa• Netwoorkii bakka buufata to’annoo bishaan lafa jalaa

Afrikaa • Tapha bishaan lafa jalaa fayyadamuu namotni murtoo

kennan akka daandii misooma garaagaraas hubannoo keessa galfachuun murtoo fudhataan gargaaruuf

• Daandii fireemiwoorkii hooggansa waliigalaa bishaan lafa jalaa jabeessuuf

• Moodeloota irra deebi’anii guutuufi kuusuu bishaan lafa jalaa, fayidaa bishaan lafa jalaa yeroo dheeraaf itti fufinsa qabuu fi hirkatummaa sirnakkoon bishaan lafa jalaa irratti qabu madaaluudhaaf

To’annaa sadarkaa bishaan lafa jalaa Tanzaniyaa keessatti

www.grofutures.orgImelii: [email protected]: www.grofutures.org

Page 2: Beekumsa haarawaa fi ragaa hojiin adeemsisu ...grofutures.org/wp-content/uploads/2015/11/Grofutures-leaflet-OROMO-lowres.pdf · Dhaabbata Qoranoo Misoomaa, Yuukee Handhuura Madaallii

GREAT RUAHAGreat RuahaMtera Dam

Makutapora

100km

sustaining ecosystem servicesexpanding urban water supplies

crystalline rockssemi-arid

LIMPOPO (1970 - present)4 hydrographs

crystalline rockssemi-arid

NIGER

BENIN

MALI

200km

NIGER SUB-BASIN

Niger

expanding irrigated agriculturesandstonesemi-arid

UPPER AWASHUPPER AWASH

Awas

h

200km

expanding irrigated agriculturealluviumsemi-arid

0<10001000 -10 000

10 000 - 25 000

Groundwater storage(water depth in mm)

25 000 - 50 000>50 000

Recharge (mm/yr)

Basin Observatories

Site Observatories

5-25

25-100

5-25

<5

<5

<5

5-25

<5

5-2525-100

<55-25

>100 25-100

>100 25-100

>100 >100 UGANDA (1994 - present)5 hydrographs

crystalline rockshumidBENIN (1991 - present)

6 hydrographssandstone/alluvium

humid

BURKINA FASO(1978 - present)2 hydrographs

sandstone/crystalline rockssemi-arid

Tilmaamamuu kuufama bishaan lafa jalaa ogeessa waa’ee dachee qoratuun Burkiinaa Faasoo/Niijerii keessatti

Hooggansa bishaan lafa jalaa hunda ofkeessatti hammate:

GiroFiwuchersiin hoggansa bishaan lafa jalaa hunda ofkeessatti hammateefi hirmachisaa ta’e kan yaadni dubartootaafi dhiirota hiyyeeyyii ta’anii daandii misooma bishaan lafa jalaa wajjin bifa wal-qabatuun fudhatama inni qabu cimsa.

Kampaalaa, Yugaandaa keessatti bishaan burqituu walitti kuusuu

Bishaanni lafa jalaa, biyyootaa Afrikaa saharaa gadiif, dhugaatiif, qulqullina dhuunfaaf, jal’isii fi warshaaf kan oolu madda amansiisa baay’ee barbaachisaa ta’ee dha. Itti dabalees, bishaan lafa jalaa yeroo roobni xiqqaatu yookiin hin jirre bishaanni lagaa, garbaafi lafti caffeen itti fufiinsaan akka turan godha.

GiroFiwuchersiin kan inni irratti xiyyeeffatu:

• Murtoo adeemsa daandii misooma bishaan lafa jalaa irratti godhamu keessatti fudhatama sagaleen hiyyeessota hundumaa qabu ol-kaasuu

• Gara fuuldurraatti barbaachisummaan bishaan lafa jalaa nyaataaf, bishaaniifi tajaajila naannoof qabu guutuuf jecha shakkii haromfamuufi baay’inaan argamuu bishaan lafa jalaa hir’isuu

Gartuu Addunyaa: GiroFiwuchersiin gartuu ogeeyyii, akka addunyaatti, dhimma saayinsii, bulchisaafi hoggansa bishaan lafa jalaa irratti beekamoo ta’an Afrikaa fi Awuroophaa irraa dhufan ofkeessatti qabatee jira.

Netwoorkii bakka buufata to’annoo bishaan lafa jalaa Afrikaa: GiroFiwuchersiin dhimma murteessoo naannoo fi bu’aa ba’ii hoggansa bishaan lafa jalaa ilaalchisee biyyotaa Afrikaa sahaaraa gadiitiif netwoorkii bakka buufata to’annoo hundeessa. Gochawwan qorannoos sulula lagaa Itoophiyaa, Nijeriifi Tanzaniyaa keessa jiranii irratti xiyyeeffata.

Bishaan lafa jalaa itti fufiinsa qabu:GiroFiwuchersiin maloota ji’ofiiziikaalaa haaraa hojjiirra olcha, taajjabbummaa sadarkaa bishaan lafa jalaa kan yeroo dheeraa netwoorkii bakka buufata to’annoo bishaan lafa jalaa Afrikaa irraa walitti sassaba. Kunis beekumsa haromfamuu fi qabiyyee bishaan lafa jalaa biyyoota Afrikaa sahaaraa gadii bal’inaan ni foyyessa.

Wal ga’ii abbootii dhimmaa hirmaachise keeniyaa keessatti

Maddisisuu bishaan boolaa bakka gammooja’aa giddugala Tanzaniyaa keessatti

Miseensota gartuu GiroFiwuchersi Londonii keessatti

Netwoorkii bakka buufata to’annoo bishaan lafa jalaa Afrikaa

• Sababa jijjirama qilleensaaf, geggedaramni roobaa fi yaa’insi bishaan lagaa waan dabaluuf akkasumas barbaachisummaan nyaataafi bishaanii ol-ka’aa waan deemuuf itti fayyadamuu bishaan lafa jalaa baballisuu