qajeelifama leenjii...galeessaan akka uuwiifamee jiiruu kan madaaluu dha. • uullewan lamaaniin...

6
Odeefannoo dabalataaf websaayitii landpotential.org daawadhaa LandPKS dhaan fayadamuun Odeefannoo biyyee fi biqiiltuu funaanuufi kuusuuf meeshaalee baribaachisan App version 3.1 Biilbiila ammayaawaa(smartphone) ta’ee . Sooftweerii LandPKS bilbiila keenya irratii fee’amee . Qoottoo. Uulee dheerina meetira tokkoo Jalqabuudhaaf Sooftweerii LandPKS biilbiila kee iirratii fee’ii 1. Haala qiilleensaa baka ittii jiirtuu arigachuuf bareefama ‘Climate’ jedhu kan gara jalaattii arigamuu cuuqaasii. 2. Mallatoo ‘+’ isa gara gubaa harka miirgaati arigamuu cuuqaasii. 3. Maqaa iddoo moogaasii. Teessoo jii’oogiraafii bakkiichaa yoo kan beekituu ta’ee galchii. Yoo hin beekinnee immoo "Obtain GPS fix" tuuqiittii teessoo siiraawaa ta’ee arigadhuu. Akka biilbiillii kana siif hoojattuu , eennaa gaafatamituu 'Allowtuuqiitii haayyama kennii. 4. Tookicha eriga oodeefannoo jaliqabaa galichiitte booda bareefama 'Save" gubaa harka miirgaati arigamuu cuuqaasuudhaan kuusii. 5. Amma ‘Data Inputkan jedhuu cuuqaasuudhaan odeeffannoo gadii fageenya qaban galimeesuuf qophaa’ii. Eennaa kan tuuqixuu fiilannoowan LandInfo fi LandCover jedhan tooraan arigiitaa. 1 Oodeefannoo Haala qiilleensaatiif kana cuuqaasii QAJEELIFAMA LEENJII SEENISA 1 ffaa- Sooftweerii bilbiilaaa jalqabsiisuu( Yeroo duuraatiif) 1. Sooftweeriicha banii. 2. Barreefama 'Add New Accountjedhu tuuqii 3. Barreefama ‘Sign-In With Google Accounttuuqiitii passwordii dhuunfaa kee ittii galchii, yookiin immoo akkawuntii G-mail haaraa banii. 4. Offline Accesskan jedhuuf ‘allow’ tuuqiitii haayyamii. 5. Galmeesitee fixnaan, gara fuula isa duuraa LandPKSiit deebiifamtaa.Fuulii duuraa mataduuree iidoowan Kanaan duura galimaa’an "My Locations" kan iittiin arigaman dha . 6. Quunamtii GPS fix’ baribaadiitii siireessii. 2 ffaa: Oodeeffannoo Bakka haaraa galchuu (Yeeroo maraa)

Upload: others

Post on 12-Feb-2020

35 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Odeefannoo dabalataaf websaayitii landpotential.org daawadhaa

LandPKS dhaan fayadamuun Odeefannoo biyyee fi biqiiltuu funaanuufi kuusuuf meeshaalee

baribaachisan

App version 3.1

• Biilbiila ammayaawaa(smartphone) ta’ee.

• SooftweeriiLandPKSbilbiilakeenya irratii fee’amee.

• Qoottoo.

• Uuleedheerina meetira tokkoo Jalqabuudhaaf Sooftweerii LandPKS

biilbiila kee iirratii fee’ii

1. Haala qiilleensaa baka ittii jiirtuu arigachuuf

bareefama ‘Climate’ jedhu kan gara jalaattii

arigamuu cuuqaasii.

2. Mallatoo ‘+’ isa gara gubaa harka miirgaati arigamuu

cuuqaasii.

3. Maqaa iddoo moogaasii. Teessoo jii’oogiraafii

bakkiichaa yoo kan beekituu ta’ee galchii. Yoo hin

beekinnee immoo "Obtain GPS fix" tuuqiittii teessoo

siiraawaa ta’ee arigadhuu. Akka biilbiillii kana siif

hoojattuu , eennaa gaafatamituu 'Allow’ tuuqiitii

haayyama kennii.

4. Tookicha eriga oodeefannoo jaliqabaa galichiitte

booda bareefama 'Save" gubaa harka miirgaati

arigamuu cuuqaasuudhaan kuusii.

5. Amma ‘Data Input’ kan jedhuu cuuqaasuudhaan

odeeffannoo gadii fageenya qaban galimeesuuf

qophaa’ii. Eennaa kan tuuqixuu fiilannoowan

LandInfo fi LandCover jedhan tooraan arigiitaa.

1

Oodeefannoo Haala

qiilleensaatiif kana cuuqaasii

QAJEELIFAMA LEENJIISEENISA

1 ffaa- Sooftweerii bilbiilaaa jalqabsiisuu( Yeroo duuraatiif)

1. Sooftweeriicha banii.

2. Barreefama 'Add New Account’ jedhu tuuqii

3. Barreefama ‘Sign-In With Google Account’ tuuqiitii

passwordii dhuunfaa kee ittii galchii, yookiin immoo

akkawuntii G-mail haaraa banii.

4. ‘Offline Access’ kan jedhuuf ‘allow’ tuuqiitii haayyamii.

5. Galmeesitee fixnaan, gara fuula isa duuraa LandPKSiit

deebiifamtaa.Fuulii duuraa mataduuree iidoowan Kanaan

duura galimaa’an "My Locations" kan iittiin arigaman dha .

6. Quunamtii ‘GPS fix’ baribaadiitii siireessii.

2 ffaa: Oodeeffannoo Bakka haaraa galchuu (Yeeroo maraa)

3. Gadii bu’iinsa Lafaa

Gadii bu’iinsa lafakeenyaa beekuun, laftii keenyahangam dhiiqamabiyyeetiifsaaxiilamaa akkata’ee tiilmaamuufiof eegannoobaribaachisuugochuuf nu garigaaraa.

Suuraawan taraa’ankeessaa haalateessuma lafaanaanoo sirriiti kanibisuu fiiladhuu. Yookiin immoobiilbiila kee kallattiilaftii gad ittii bu’uttiwalmadii qabuunsafaruun nidanideessa.

4. Boca Gadii bu’iinsa Lafaa

Boca dhoqaa beekuun

bishaan safiissa

akkamiitiin lafa irrattii

akka yaa’uu beekuuf

fayada.

Haalii gadii bu’iinsa

lafaa oodeefannoo

aakaakuu biyyee

wajiin ta’uun, bishaan

haammam akka lafa

gadiiti calaluu

tilimaamuuf fayada.

Lafa itii dhaabatteerraa

gara biitaafii mirgaatii

hanga meetira 20-50

iilaaliitii suuraa waliitti

fiiroomuu fiiladhuu.

Qajeelifama Leenjii

QAJEELIFAMA LANDINFO

2. Dheedaa

Kun laftii dheedamuuyookiin dheedamuudhabuu isaa ibsaa.

Yoo kan hindheedaminee ta’eemalattoo ‘X’ haaluudiimaatiinagarisiifameetuufiilamaa.

Yoo kan dheedamuuta’ee akaakuubeeyiladaa lafa sanadheedan fiiladhuu(Loon, re’ee, Hoolaa, Haarree, Farida, Gaala, Booyee). Tookkoo olfiilachuun nidanida’aamaa

1. Uuwiissa Lafaa

Uuwiissa lafaajechuun wantoottalubuu qabeeyyiiykn dhabeeyyiita’an kan iijaanariguu dandeenyuukamiiyyuu kangubaa lafaa irraarigaman jechuudha.

Suuraawwantarreeffamankeessaa, kannaannoo keewaliin fakkaattuufiladhuu.

Getting started withLandPKS 2

Qajeelifama Leenjii

QAJEELIFAMA LANDINFO

5. Haanqiina Biyyee

7. Haalluu Biiyyee

Haalluuu biiyyee naannoo tokkoo beekuuf biilbiila kee

irrattii fooddaa 'Soil Color' jedhu banii. Haalluu biiyyee

keenya beekuun amalootta adda aaddaa biiyyee keenya

beekuuf nu qariqaaraa.

1 ffaa: Biiyyee eriga giingiilchiittee booda gad diidriirssii.

2 ffaa: Kaarddii wabii fi biiyyee wal ciinaa kaa'ii.

3 ffaa: Iifa wali fakaataa ta'ee jala , biiyyee fi kaardii wabii

wal biira qabuudhaan suuraa kaasii(kaameeraan 10-20cm

ol fagaachuu qaba) Sana booddee 'OK' fiilii.

4 ffaa: Biilbiilla kee irratii duura suura kaardii wabii,

lamaffaa imoo suura biiyyee tuuqii. Wabii kaardii akaakuu

sirii, jiidhiina biiyyee fi haala iifaa sirii ta'ee fiilannoowan

tareeffaman keessaa fiilachuu kee miirikaneessii.

5 ffaa: 'Save' kan jedhu tuuqii. Bataluumattii aakaakkuu

haaluu biiyyee sanaa hin arigattaa,

6. Aakaakuu Biyyee

Aakaakuu biyyee beekuun haala bishaan gara lafaattii gadii calaluu,

laftii bishaan hagam akka baachuu danida’uu fi saaxiilama laftii

keenya dhiiqama biiyyeetiif qabuu beekuuf fayada.

Aakaakuu biiyyee fageenya aadda aaddaa iirratii jiran

beekuuf qajjeelifama kana jala tarreeefaman hoordoofii:

Mala 1: Aakaakuu biyyee tareefaman keessaa fiiladhuu.

Mala 2: Gaafiiwwan 'Guide Me’ jala jiirran deebissii.

Mala 3: Malattoo'?’ 'Guide Me’ fuuldura jiruu cuuqaasiitii

Viidiiyoo gabaabaa (<10 s) daawadhuu.

Eennaa gara jalaattii qoottuu, yoo dhagaa kattaa irra yoo geessee

fiilannoowan keennaman keessaa ‘Bedrock” jedhuu fiiladhuu

Oodeefannoo guutuu bakka tokkoo dhiifttee, waa'ee aakaakkuu biiyyee

qoofa sakattaa'uu yoo baribaaddee 'Settings >> Utilities ' keessa seenii.

Getting started withLandPKS 3

Aakaakuu kaardii wabi ykn aakaattaa haaluu biiyyee

iittiin aadda baafituu (Suuraa kaasuudhaan ykn kiitaaba

haaluudhaan) jiijiiruuf 'Settings' keessa seenii.

Oodeefannoo guutuu bakka tokkoo dhiifttee, waa'ee haalluu biiyyee qoofa sakattaa'uu yoo baribaaddee 'Settings >> Utilities ' keessa seenii.

Kunneeniis :- Biyyee babaqaquu,

lafa sogiidduumaa qabuu, Lafa

Nooraa baribaaduu,Lafa dhagaan

uuwiifamee, Gadii fageenya

biishaan lafa jalaa, Gadii

fageenya biyyee, fi Loolaa dha.

Haanqiinii biyyee kunneen laftii

akka biqiilchuu hin dandeenyee

iittiisuu. Amala lafaa dandeettii

biiqiilchuu iirratiii hundaa’uudhaan

garee addaa addaattii

ramaduun ni dandaa’aammaa

• Oodeefannoowan galichiittee eriga fiixxee booda, siiriittii

galimaa'uu iisaanii miilrikaneessuuf

bareefama"Synchronize Now" jedhuu guubaa foodaa

bilbiila kee iirrattii cuuqaasuu hin dagatiin. Eennaa

quunamtii interneettii aarigatuufii eennaa sii miijateetii

oodeefannoon galmaa'uu isaa miirikaneessii.

• Garuu, eriga al tokko oodeefannoo galimeesiittee

xuumuurittee booda oodeefannoo dabaluu yookaan

geedaruu feenaan ni danideessa. Oodeefannoo galimaa'ee

koompiitara iirattii weebsaayti landpotential.org/data-

portal/ irrattii arigachuun hin danida'amaa.

Qajeelifama Leenjii

RAMADDII DANDEETTII LAFAA

Oodeefannoo xuumuurii galchii

RAMADDII DANDEETTII LAFAA

RAMADDIIN DANDEETTII LAFAA akka aaduunyaattii mala gahuumisii lafaa iittiin sakataa'ammuu ta'ee, lafa haala danideettii oomishuufi sadarikaa saaxiilama iisaaniitiin garee 8 ittii qooqooduu dha.

Garee ramaddii dandeettii lafaa arigachuuf duura oodeefannoo aakkaakuu biiyyee, gadi bu'iinsa (siigiiga) lafaa fi haanqiinawan biyyee malootta armaan duratti iibsameen galmaa'ee xumuuramuu qabaa.

Qabxii ramaddii dandeettii lafaa (Fakeenyaaf= 4s-k) Lakkoofsii iinnii duraa garee ramaddii dandeettii lafaa ibsa.

Quubeeleen iittii aanan immoo biifa haanqiinna lafaa agarsiisuu, iibsa dabalataaf malattoo gaafii foodaa biilbiila

kee iirratii arigiituu cuuqaasii.

Kaayyoo lafittii baribaaddameef iirrattii huundaa'uudhaan, iittii fayadamaan lafaa haanqiina faayidaa

baribaaddamme sanaaf baayi'ee muuriteessaa kan hin taanee keessaa baleesuudhaan qabxii ramaddii

dandeettii lafaa waliigalaa jijjiiruun ni danidaa'aamaa.

Uulaagaallee ramaddii tokko tokkoon gadii fageenyaan hubachuuf, malattoo gaafii aafoo isaaniiti arigaman cuuqaasi.

Getting started withLandPKS 4

LandCover - Unkaa oodeefannoon biiqiilttu dachee lafaa uuwiissanii jiiran kan iittiin

guuttammuu dha. Waluumaagalattii oodeefannoon garaa garaa 4 bakka 20 irraa

fuunaannamuu. Oodeefannoo maasaa tokkoo fuunaanuuf nama muuxannoo qabuuf gara

daqiiqaa 20 fudhachuu danda'aa.• Ulee 2 (Meetira 1)

• Uliicha irrattii qabxiilee

10,30,50,70,90 cm malatoo

goodhii.

Meeshaalee baribaachiisan:

1. Uuwiissa Lafaa(Biiqiiltuu)

Oodeefannoon kuun dhiibeentaa keessa haarkii meeqaa biiqiiltuudhaan, koosii baalaatiin, dhagaadhaan akka uuwiifamee yookiin goonikuumaayuu akka hin uuwiifaminne ibisa.

Fooddaa jaliqaba arigamuurraa maasaa iittii haajamtuu fiiladhuu. Duurisa ‘N’cuuqaasuudhaan kalattii Kaabaa irraa oodeefannoo fuunaanuu eegalii.

•Walakkaa maasaa irrattii dhaabadhuu. Gara kalattii kaabaa meetiira 5

tarikaanfadhuuttii, uulee haarkaa qabduu lafa afoo keetiiti gad darbii.

•Biilbiilla iiratti '5m' kan jedhuu fiiladhuu. Goosa biiqiiltuu/ wanta

akkamiiyyuu dheerinna uulee adda aaddaa irrattii arigaman

galimeessii. Wanita uulee tuuquu qoofa galimeessuu qabida.

•Haaluumma kanaan walakaa maasaa irraa fageenya meetiraa 5, 10,

15, 20, and 25 m iirrattii oodeefannoo fuunaanuu ittii fuufii.

Qajeelifama Leenjii

Getting started withLandPKS 5

QAJEELIFAMA LANDCOVER

2. Qaawa gaadiissa/hundee biqiiltuu

Tooftaan kuun raasaan keenya dhiibeentaa keessa haarkii meeqnii qaawaabiiqiiltootta jiiduu jiiruu akka ta'ee ibsa . Oodeefannoon kuun jijjiirammanaanoo fuulduurattii muudachuu danida'uuf malattoo aakkeekachiisaata'uun fayadaa.

• Qaawa hundee biqiiltuu: Uuleen yoo hundee biiqiiltuu akkamiiyuu

tuuquu ta'ee 'no basal gap' kan jedhu fiiladhuu, yoo hin tuqnee

immoo 'basal gap' kan jedhu fiiladhuu.

•Qaawa gaadiisa biqiiltuu: Fageenyii gaadiissa biqiiltoota lama jdduujiiruu yoo dheeriinna uulee caalee 'canopy gap' kan jedhu filadhuu.Yoo imoo fageenyii gaadiissa biqiiltoota lama jiduu jiruu dheeriinnauulee hin caalee baeeffamma 'no canopy gap' jedhuu fiiladhuu.

• Aakkuma armaan ooliittii odeefannookalattiii kaabaa galmeesiiteettii, kalatiiwwanhaafaniifiis(East, South, West) fuunaanii.

• Odeefannoo guutuu hin taanee fuunaanuu fi kuusuu ni danideessa. Garuu, yooodeefannoo hiir’uu galifattee boodasiireesuu yoo baribaadee, biilbiila kee irratiiosoo hin ta’iin website qofa irrattiisiireesuutuu danidaa’aamaa.

Irra Deebii’ii

Odeefannoo dabalataaf websaayitii www.landpotential.org daawadhaa

Qajeelifama Leenjii

Getting started withLandPKS 6

QAJEELIFAMA LANDCOVER

4. Baay’iina sanyii biiqiiltootaa

Oodeefannoo kana galimeessuun jiijiirama baay’iinna fi makamabiiqiiltootaa yeeroo adda addaa hoordoofuuf garigaaraa.Iittidabalataaniis odeefannoon jiijiirama naanoo fulduuratii ta’uufmaluu to’achuuf akka akeekkachiisaattii nii garigaaraa.

•Uullewan lamaaniin booca saniduuqa safartii isaa1m x 1m ta’ee fakkeessii. (lamaanuu dalga diriirsii)

• Biiqiiltoota hiddii fi jiirmii isaanii sanduuqa iijaartee keessatii

arigaman meeqa akka ta’an lakkaa’ii.

•Goosoota biiqiiltoota sanyii garaagaraa maasii sana keessattiibaay’iinaan argiituu galmeesii. (sanyii biiqiiltuu hanga lama galmeessuu ni dandeessa)

Sooftweeriin biilbiilaa LandPKS amala biiyyee, teesuuma lafaa fi haala qiileensaa irrattii hundaa’uudhaan fayadamtootnii lafaa

akkaataa ittii fuufiinsa qabuun akkamiiti akka ittii fayadamaniifi kuunuunsan kan odeefannoo keennu dhaa. Odeefannoo haaraa

kuunuunsa lafaa kanaan dura bakka biiraatti yaalamee miilkaa’ee irrattii hundaa’uudhaan, ramaddiin gahuumisa lafaa

fooyefammuu ni danidaa’aa. LandPKS teeknooloojii amayyaa kan fayadamuu qofa oosoohin ta’iin, beekkumsa uumataa jiirataa

naanoo kan walisiimsiisuudhaan hoojatuu dha. Waluumaagalattii , LandPKS odeefannoo lafaa fuunaanuuf, kuusuuf, xiinxaluufi

waliin qooduuf kan nama fayaddu dha.

3. Dheeriinna Biiqiilttu

• Oodeefannoon dheeriinna biiqiilttu dhiibeentaa keessa laftii

haarkii meeqa biiqiiltuu gabaabaan, dheeraan yookiin jiiddu-

galeessaan akka uuwiifamee jiiruu kan madaaluu dha.

• Uullewan lamaaniin booca saniduuqa safartii isaa 1m x

1m ta’ee fakkeessii.(tokko ol qabii, tokko dalga diriirsii)

• Dheeriinna biiqiiltuu safaruuf uullee lamafaatiin

fayadamii. Sanduuqa uumitte keessattii biiqiiltuu isa

dheeraa tiilmaama keessa galchii.

• Fooddaa biilbiilaa kee irrattii kalattii haarka biitaatiin

suuraawan tarraa’an keessaa, taa’uumisa biiqiiltootaa

lafa irratti jiiruu wajiin kan wali fakkaatuu fiilii.