seeta labsii baqataa 2006 - hiika waliigalaa 1 policies and... · seeta labsii baqataa 2006 - hiika...

24
Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1

Upload: others

Post on 03-Sep-2019

39 views

Category:

Documents


2 download

TRANSCRIPT

Page 1: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1

Page 2: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

2 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

SSSSSeeta Leeta Leeta Leeta Leeta Labsii Baqaabsii Baqaabsii Baqaabsii Baqaabsii Baqataataataataataa20062006200620062006

HIIKA WALIIGALAA

(OROMO VERSION)

Kimechapishwa na Shirika la Wakimbizi la Kenya,

naIdara ya Maswala ya Wakimbizi

Page 3: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 3

Refugee Consortium of KenyaHAKI HOUSE, Ndemi Roadoff Muringa Road, KilimaniP. O. Box 25340 00603Lavington, NairobiTel: 254-20-3860418/ 3875614Fax: 254-20-3874135www.rckkenya.org

© 2007 Refugee Consortium of Kenya

Page 4: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

4 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

Qabiyyee

Jalqabbii ............................................................................................................................ 5

Galata ................................................................................................................................. 5

Seensa ................................................................................................................................ 6

Eenyutu gaafataa mirga baqatummaa jedhama?(Eenyutu koolu galaadha?) ............................................................................... 6

Eenyutu baqata jedhmaa? (Eenyutu koolu galaadha?) .................................. 6

Eenyutu ulaaga baqatummaa guutachuun baqataa jedhamaa? ................ 8

Eenyutu dhimma baqataa bulchuuf itti gaafatamummaa qabaa? ............. 9

1. Koomishineera Dhimma Baqataa .............................................................. 9

2. Boordii Ol-iyyannaa Baqattummaa (Appeals Board) ........................ 11

3. Koree Dhimma Baqataa ............................................................................... 11

4. Qondaala Mooraa Baqataa ......................................................................... 12

5. Qondaala Muudamaa ................................................................................... 12

Adeemsa sadarkaa baqatumma mirkaneessuu ............................................... 14

Ol-Iyyannaa .................................................................................................................... 15

Murtii xumuraa booda maaltu raawwata? ......................................................... 16

Baqataan eessa jiraachuu danda’a? ...................................................................... 17

Mirgaa fi dirqama baqatoota Keeniiyaa keessaa. ............................................ 18

Dirqamaa baqataa fi qaafatoota baqatummaa muraasa .............................. 18

Mirga baqataa fi gaafata baqatummaa muraasa; ............................................ 18

Eegumsa dubartootaaf godhamu ......................................................................... 19

Eegumsa daa’imaniif ta’u. ......................................................................................... 20

Eegumsa garee miidhamoof godhamu .............................................................. 20

Mulqamuu Sadarkaa Aqatummaa Sababa Sageenya Biyyaattiin ............. 20

Ofitti amanamummaa ............................................................................................... 21

Adabbi akka seera labsii kana jalaatti (himanna bu’uura labsii kanaatiin)21

Dambii ............................................................................................................................. 22

Page 5: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5

Foreword

The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter in the managementof refugee affairs in Kenya. Through this Act, the government formally resumesoverall responsibility for refugee matters. It is important for all stakeholders andbeneficiaries to know what this Act says, including the Department of RefugeeAffairs officers, police officers, immigration officers, refugees, asylum seekersand agencies that work with refugees.

In this Information Booklet, the Department for Refugee Affairs and the RefugeeConsor tium of Kenya give an easy-to-use presentation capturing impor tantinformation from the Refugee Act. The Booklet is reflective of RCK’s and indeedthe Department’s continuing commitment to ensure refugee rights are known andrespected, and the laws of Kenya are obeyed by citizens and guests alike.

Peter Kusimba,Deputy Secretary andHead, Department for Refugee Affairs

Page 6: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

6 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

JalqabbiiLabsiin baqataa 2006, Sadaasaa 2006 paarlaamatti dhiyaate, preezeedantinbiyyatiitiin muddee 2006 fudhatama argatee, ifatti gaazeexaatti Caamsaa 2007ba’eera. Labsiin kun seenaa biyya Keeniiyaatti seeraa tumtootaan dhimmi baqataaxiyyeffannoo argachuun kan ilaalame isa duraatii. Waggoota 16 darbaanii keessaxinxalama turee, wixiniin seeraa Bara 1991 tti turee kan dhiyaatee. Seerri kunraawwii, shooraa fi ittigaafatamummaa eegumsa baqataaf fi gaafatoonni baqatumaakan itti fayyadamoo ta’an, kan bulichiinsa gaarii fi egumsa ga’aa qabudha. Kanamalees, seeroota

Dhimma baqata ilaalchisuun jiran hammatee yaada waligalaa kan keennudha labsiinBaqataa Kun halaa haaraa sirnabulchinsa baqataa keeniiyaa keessaa waa’ee labsiibaqataa kan baqataaf, gaafatoota baqatummaaf, poolisootaaf, hojjaatootamootummaaf, dhaabilee mitii mootummaaf (NGO) fi kanneen biroo kan bulichinsaafi egumsaa baqaata irratti hirmaatan hundaaf keennu.

GalataRCK Evaa Ayieraa, Simoon Konzooloo fi Juudii Wakahiuu qopheessuu fi sirnaqabsisuu Barreefama kanaaf gumaachaa godhaaniif shoora isaaniif galata guddaaqaba. Gummacha godhaniif akkasumaas hojjaatoota RCK fi kan barreessee Eniidburkeef ibsaniru.

Dabalatanii deggaarsa Kara gumii dhimmaa baqatatiin Piiteer Kusiimba, EdiiwiinNgeetiich, Oomar Dhaadhoo fi hojjatoota hafaan kan workshopii hikaa dhageettiqabu kan baqatooti erratti hirmaatan hundaa.

Maraafuu galata qabna galanii kenya dhaabata Danish goorsiitoota dhimaa baqataakan keeniiyattii argamuu (DRC) deggeersa maallaqaa maxxansuu basii kanaafgodhee isaan haaga’uu.

Page 7: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 7

SeensaBiiyyii keeniyaa akkuma biyyoota afiriikaa kan biroo kan baqatoota biyyaa isaaniiirraa sababa waraanaa, walidhabii, gochaa sukaneessaa dhaan ba’an kan simateehamtee jiraatudhaa. Keeniyaan waliigaltee biyyoota wal-ta’an kan haalamirkaneessuu baqatummaa bara 1951 fi waliigaltee dhaboota tokkummaa afirikaa(OAU) dhimma baqata bara 1969 baasee Mallatessite fudhate jirtii.

Sadaasa 2006 keeniyyaan seera baqataa ofii labsii baqataa 2006 jedhamuuragaasifatee seerii kuniis kan taliigaa (akkata) hojjatoota dhimmaa baqataahordoofan mumme dhimma baqataa, poolisa , mummee koligaltoota(immiigireshinaa)mumme mootummaa kan biro, dhaabilee mitii mootummaa,dhaaba hawasaa sivilii,bakka bu’ootaa dhaabilee motummoota wal ta’anii fi kanbaqataan haala ittiin dhimaa baqataa itti hordoofanii rawwataniif gargaarabarreeffamnii kun haala salphaa ta’een akka hubatanii hojiif itti gargaramaantumsa.

Eenyutu gaafataa mirga baqatummaa jedhama?(Eenyutukoolu galaadha?)

Gafatan mirga baqatummaa jechuun nama eegumsa barbadee biyyakeeniiyaa seenee adeemsaa iyyanaa sadarka baqatummaa irraa kan jiru/jir tu dha.

Labsiin kun mootummaa keeniyaa kan egumsaa barbdanii keeniyaaseenaniif baqatummaa mirkaneesu yokan dhorkachuu kan dandeesisuuangoo kan kenudhaa.

Mirgaa baqatummaa kan gafatee namnii kamiyyu hangaa sirnii adeemsaiyyana isa xumuramuuttii biyyittii keessa akka turuu ni eyyamamaaf.

Eenyutu baqata jedhmaa? (Eenyutu koolu galaadha?)

Labsiin baqata akka jedhutii;

“Sadarkaa qabu nami baqata jedhamu danda uu yoo gidiraaf gochaansukanaassaa qabatamaa sababaa sanyii amantii sala lamummaamisensaa garee gargaraarsa hawasummaa yokin ilaalichaa siyaasaa

Page 8: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

8 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

qabachuuun biyyaa dhaloota isa ala kan jiru sodaa kan qabuuf jirachukan ka hin dandeenye biyya isaa keessa kan egumsaa jirachu barbaduudhaa; yokan

“Lamummaa kan hin qabnee fi biyyaa dhaloota Armaan dura keessajirataa turee ttii sodaa dhimoota gochaa sukaanesaa irra gaa eIrraafisababa armaan arman olittii caqasaman keessaa tokkoonbiyyattii debii uu kan fedhii hin qabnee.”

Kana jechuun baqataan kan:

1. Biyyaa isaa ishe irra kan fedhi issaa/ofii malee baqatee ba e keeniyaa kansenee;

2. Kan biyyaa isaanii irraa sababa qabatamaa miidha sukaneesaa irraa ga eebiyyaa ba anii;

3. Hidhaaf gochaan sukaneessaan kan sababa sanyii amantii saala lamummaailalicha siyasaa yokan misensa garee gargarsaa hasummaaxiyyyeeffataman ta uuni;

4. Sabaa sodadhaan biyyaa armaan dura jirataa turanitii deebii uu kanhidandenee yokan iddoo rakkoo ittii isaan irraa ga ee ttii kan debi aniijirachuu hindndenyee;

5. Iddoo laalli rakkisaa waraanaa jiru walidhabiin jiru lafawerarri jiru y k nhallii bayyee rakkisaa nageeniyaa keessa murnaan bayyatanii qubatan.Haala kana miniteerri dhimma baqataa labsiidhaan baqa tummaaisaaniigaree (murna) kanaaf ni mirkaneessa. Gareen kenis baqatootajimilaan baqatan jedhamu.

Akka waliigalaatti:- baqataan keeniiyaa keessaa nama mirga jireenyaa biyya isaattisarbamee ykn biyya armaan dura ture keessa jiraachuu kan hindandaeny kaneegumse walaba ta’ee biyyaa keeniiyaa keessatti kan hanga furmaata xumuraaargatuutti kan jiraatu jechuudha.

Mummee dhimma baqataa iyyanaa baqaa ulaagaa baqatummaa guutu danda’uhundaaf. Xinxxalee mirga baqatummaa kenna.

Page 9: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 9

Eenyutu ulaaga baqatummaa guutachuun baqataajedhamaa?

Labsiin seera baqataa kun baqataan baqatummaa dhaaf ulaagaa guutuudhaanbaqataa ta’uu danda’uu karaa daangaatiinis ta’ee dirree xiyyaaraan kan keeiiyaaseenan.

Biyyaa isaanii keessatti ta’e iddoo jiratanitti qabatamaa fi dararamni irraga’eera ta’ee,

Miidhaan fi dararamni sababa sanyin, amantin, saala, lamummaa, ilaalchasiyaasaa, ykn miseensa waldaa tajaajila hawaasummaa ta’uun kan ittixiyeeffatame yoo ta’ee,

Haala qabatamaa sodaachisaa ta’ee sodaachuun kan biyyatti deebi’uu hindandeenyee yoo ta’ee dha.

Namni sadarkaan baqatummaa issa keeniiyaa keessatti kan mormamuu(didamuu)

Yoo yakkaa nageenya booreessu dalagee, yakka waraana yoo raawwate,ykn yakka mirga namummaa irratti yoo dalagee, kanneen kunis raawwiishoorakeessumaa yakka sanyii duguuguu,ajeechaa jimilaa, gudeeddaa fiyakkam toota waraanaaf gargaaaru kkf, ykn

Yoo yakkaa cimaa yakka siyaasaan wal-hinqabannee osoo baqatummaankeeniiyaa hin seeniin dura biyya keessa jiraatutti dalagee jiraatee, yakkoonnikun ilaalcha siyaasaa nama dhuunfaa ala ta’anii garuu baayee yakkootacimoo kanta’an. Fakenya - daa’iman bakka bakkatti godaansisuu, hojiihumnaa ykn gabrummaaf affeeru, fi dararama qunnamtii saalaa irrattiraawwachuu kkf.Yakkoonni kun baayyee gurguddoo fi cimoo ta’uu qabumalee kan akka hannaa xixiqqaa, waa dabarsuu mitti.

Yoo yakka sagaasaan alaa erga baqatumman Keeniiyaa seenaniin boodarawwatanii argaman.

Yoo faallaa seera mootummoota wal ta’anii (UN) yokan kan tokummamootummaa Afriikaa yookan.

Lamummaa biyya tokkoo olii qabaatanii (Keeniiyaan ala), garuu ossoeegumsa ga’aa (mirga isaaniin biyyaa lamaffaa hingaafatiin yoo Keeniiyaaseenanii baqatummaa gaafatan sababa quubsa tokko malee.

Page 10: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

10 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

Namni haala wwaan armaan olitti keessatii ramadaman mirga eegumsabaqatummaa Keeniiyaa keessatti argachuu hin eeyyamamuuf.

Sababoot sakarkaan baqatummaa mulqamuu yokan irraa fudhathamuu kan danda’u;

Yoo namni kamiyyuu biyya irraa dhufetti nagaan fedhii isaan deebi’eeeegumsa bilisaa mirgaa isaa kan argatu yoo ta’ee yokan,

Iddo duraan lamummaa mulqamee deebisee argachuun fedhii isaan kandeebi’uu yoo ta’ee,

Yoo lamummaa biyya haaraa argatan ( fkn yeroo baqataan biyya sadaffaqubatu)

Rakkooleen akka biyya haaraa ba’an kan isaan taasisee turee dhabameeykn furmaata argatee, sababin hamansiisaa gara biyyaisanitti galuu isaandhorkuu yoo hinjiraanne.

Biyyaa egumsa ga’aa itti argatan osoo qabanii gara biyya sanaatti deebi’uukan mormatu ta’ee, sodaa miidhamu tokkoyyu biyya sanatti hinqaban yoota’ee.

Eenyutu dhimma baqataa bulchuuf itti gaafatamummaaqabaa?

Seerri baqataa labsii kanaan mummee dhimma baqataa akka muummeettiittigaafatamummaa hundaa bulchuu, qindeessuu fi ogganaa dhimma baqataatti.Mummeen dhimma baqataa miniisteeta immiigireeshinaa fi galmee namaa jalattikan argamudha. Qondaaloonni labsii seera kanaan hundeffaman:-

1. Koomishineera Dhimma Baqataa

Isheen/ inni durabu’aa mummichaatii. ykn (inni/isheen qajeelchaa dameesanatii)

Isheen/inni ittigaafatamummaa.

Fakenya, yoo namni tokko lamummaa biyya lamaaqabaatee, kan Jiibuutii irraa ta’ee jalqaba eegumsaga’aadhaaf biyyaa Gibxin gaafatee achitti sodaagodhachuun egumsa ga’aa dhabee ibsachuu qaba.

Page 11: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 11

Imaammaata dhimma baqata utubudhaan sadarkaa adunyattii diriirisu.

Akka furmaata yero dheera argatan dura su utums gochuuf gaafatabaqatummaa keeniyaa keessatii mirkaannessuu.

Halawwaan baqataan hawasaa biyyaa kana waliin jaalatan walsimataani jiraachuu danda uu dhaabilee gargarsaa keennanii fimichuuwwan mamiltoota waliin dalaguu.

Dhabilee bakka bu uutota mootummoota walta anii fi jaarmayalee kanbiro waliin ta uun baqataan keeniyaa keessa jiru hala mijeessuun akkatajajilaa ga aa eegamsa simannaf qarqarsa dhibee argataan taasisuu.

Iyyaannaa dhiyate fudhuun akka mur tee sadarkaa baqatummaafdhiyatu ademsisuu.

Baqata hunduma galmeessuu.

Waraqaa enyummaa baqata haromsuu fi waraqaa himaaltummaaqophesu {travel document).

Walga ii koree dhimmaa baqata qindeessuu.

Murtii kore kanaa hoji irra oolchu.

Mooraa baqata oganuf haalota walfakatoo mijeessuu.

Gorsa yokan yaada waa ee bqata hundee dhaan utubaanii dhabuubakkaawwaan baqatan baayyiinnan jiratuttii minsiteerchaaf dhiyeessuu.

Gorsaa ministerichaaf haala faandii yokan deegaarsi sagantaa dhaanargamee hawaasnii baqata hamma tee jiratuu itti dalage gargaramuudanda u kan akka qabenya umammaa fi mootummaa naannoo waliinhalli mijataa umamu keennu.

Haala qabeenyi hundaa dhaan kunuunfamee jiraachuu danda’unaannowaan baqataan qubateetti dalaguu.

Akka seera labsii baqataa kanaatti shakkam tuuta badii raawwatanto’annaa jala oolchuu.

Shoorri bayyee barbachisaa koomiishineera kanaa iyyannaa dhiyaateen fuudhuu,gaafi fi deebiin mirkaneeffachuu (interview), fi mur tii sadarkaa baqatummaamirkaneessuu dhaan addaan baasuu. Adeemsi kunis sadarkaa baqatummaamirkaneessuu (refugee status determination) jedhama. Maal jeech uakka ta’eesdhimma barreeffama kanaa irratti qophaatti ibsame argama.

Page 12: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

12 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

2. Boordii Ol-iyyannaa Baqattummaa (Appeals Board)

Boordiin ol-iyyanaa baqataa qaama bilisaa kan mummee dhimma baqataattii addabaheedha durataa’aa fi miseensota miniisteeri chaan mudaman of- keessatti niqabaata.

Seerri baqataa kun gaafatoonni mirga baqatuummaa mormatamanyeroo jalqabaaf yoo ta’ee ol-iyyannaa boordii ol-iyyannaatti dhiyeffachudhanda’u. Booreiin ol-iyyannaa kunis iyyata issanii ilaalee murtii ittikeenna.

Boordiin ol-iyyannaa kun miniisteericha irraa odeeffannoo barbaadugaafatee dhimma gafataa baqatummaa sanaa argachuun qoraanna kanbiro geggeessu ni danda’a.

3. Koree Dhimma Baqataa

Seerri baqataa kun koree dhimma baqataa ittigaafatamummaa akka gorsabarbaachisaa dhimma baqataa koomihinneera dhimma baqataat keennan dhaabeejira. Koreen kun miseensota bakka adda addaa irraa kan miniisteera mootummaairraa fi mummee hammateedha. Harka sadiin keessa tokko (1/3) dubartoota.Miseensonni koree kanaas bakka bu’uuta

Bulchiinsa naannolee irraa

Poolisa irraa

Ittigafatamtoota miniisteera dhimma baqataa.

Miniisteera dhimma haajaa alaa irra

Miniisteera mootummaa naannoo irra

Waajjira aabaa alangaaa ykn ministeera karoora biyyoolessaa irraa

Miniisteera maallaqaa ykn miniisteera karoora biyyoolessaa irraa

Mummee immigireeshinaa irraa

Miniisteera dhimma nageenya biyya keessaa

Taajaajila tikaa nageenya leessaa irraa

Damee galmee waajjira biyyooleessaa irraa

Page 13: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 13

Koreen kun koomiishineeraa fi dameedhimma baqataa haala ogummaa fi dandeettiiissaniin gorsaa fi ijaarsa ni keennu.

Seerri kunis miseenssonni hawaasa baqataan keesa jiraa tuu fi miseensoonnihawaasa siviilii (Fkn. Dhaabilee miti-mootummaa) akka keessatti hirmaataniideggeersa koree kanaaf godhaan ni dubbataa.

4. Qondaala Mooraa Baqataa

Qondaalli mooraa baqataa nama ittigaafatummaa moraa baqataa qabudha. Inni/isheen hojiinwaan murtaa’aa kan akka:-

Mooraa baqata buichuu

Simachuu fi galmeessuu gaafatoota baqatummaa rawwachuun iyyaatadhiyatanii waajjira komishineeraatti dabarsu.

Sirna ragaasisu sadarkaa baqatummaaf wajjiira komiishinariichaa ttiidhiyessu

Baqatoonnii moora keessaa dokmentii barbachiisaa haromfataaniiqabachuu isaan mirkaneeffachuu

Moraa baqataa halaa ququllinni isaa egaamee jiraatuuf qilleensaaqulqulluu qabaatu sirna bulchiinsaa naannoo eyuu rawwachu

Halaa waliigala nageenya naannoo qindeessuu egumsa fi degarsaabarbaachisaa baqata moora keessaa jiru gochuu

Bagattoota mooraa bagattaa keessaa bahanii ala socho’uu/ deemufedhaniif waragaa isaan ittin deemuu /socho’uu danda’an qopheessaaf.

Qaamota hawaasaa: dubartoota, fi ijoollee fi garee gargaar-saa addabarbaaduuf tikaa fi gagaarsa godhaaf.

Gaafatoonnii baqatummaa fi baqatoonnii haala seera biyyooleessattiibuluu fii ittin taliguu mirkaneessuu

5. Qondaala Muudamaa

Qondaala muudamaan warraa ministeeraan tajaajiltoota ummaataa irra waamaniihojiiwwaan seerri kun akkaa hojjeetuu ajaju hunda hojjeetanidhaa;

Page 14: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

14 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

Dalagaa isaanii kanneen armaan gadittii ibsaaman qabaatu.

Gaafatoota baqatummaa bakka gidduu galeessaa simannattii nisimatu

Iyyaata gaafa baqatummaa irraa fuudhuun iyyaata isaanii gara waajjjirskomishiinichaattii erguu.

Ashaaraa qubaa fuudhuu suura kaasuu x rays (raaji)kaasuuf kanneenbiro kan eleekitirkaan oddeeffannoo fudhatman baqata irraa gaafatootabaqatummaa irraa fi maatii isaanii irraa fudhuu in teer viiwu( Interview)baqata kamiyyuu ta e gaafata baqatummmaa haala labsiin seera baqatakan hajajuunii tolchuu.

Qaamaan barabaaduun baqata y k n gaafata baqatummaa fi maatiiisaanii argu danda u.

Kuniis sababoota lamaan armaan gadiin ta a;

a. qondaalli yoo sababa amaansiinisaa baqataan y k n gaafataabaqatummaa seera baqataa kanaa cabsee y k n seera kanaairraa daabee badii dalaguuf kan adeemsaa irraa jiru ta uuqabaatee y k n

b. yoo sababa quubsaa fi amansiisaaa baqataa gaafatabaqatummaa fi misensoonnii maatii isaanii adeemsa sadarkaabaqatummaa isaanii ilaalchiisee odeeffannoo sobaa y k ngenyummaisaan yoo dhoksaanii jiratan.

Qondaalli mudamaan dirama baqataan dhiiraa qoondaala dhiiraan baqatuundubaratiis qondaala dubratiin sakata’amu isaaniin hordofuu qaba.Qondalli dirqamakabajaa namummaa baqataa ykn gaafataa baqatummaa kabajuu qaba.

Yoo qondaalli mudamaa hinjirree, hojjeetaan waajjira nama biraa sakata’uu taasisuuni danda’aa haa ta’u malee sirni sakata’insaichaa dhiirri,dhiira baqataa, dubartiindubartiin baqatuu sakata’uu danda’uu qaba.

Page 15: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 15

Adeemsa sadarkaa baqatumma mirkaneessuu

Adeemsa sadarkaa baqatumma mirkaneessuu jechuun adeemsa ittiin mummeendhimma baqataa iyyata dhiyaatee xinxalee egumsa baqataa Keeniiyaaf ittikeennnudha.

Seerri labsii kun akka jedhutti namni egumsa baqatummaa barbaadee karaaseeraanis ta’ee seeraan ala yoo Keeniiyaa seenee baqqtumma gafatachuumirga guutu qaba.

Mummeen dhimma baqataa ittigaaftamummaa bakka giddu galeessagalmee baqatootaa qaphessuun simatee galmeessu qaba.

Namni kamiyyuu egumsa ga’aa baqatummaa barbaadee yoo Keeniiyaaseenu waanti dirqama jalqaba raawwachuu qabu koomiishineerichattidhyaatee gabaasaa galmaa’uu qaba.

Gaafatan baqatummaa tokkoo erga Keeniiyaa seenee/seentee kaaseeguyyoota 30(sodoma) keessatti as seenu isaa/ishee ibsuu qabu. Yoogaafataan baqatummaa kun hinraawwattin hafee/haftee seeraan himatameemana murtiitti dhiyaachuun adabii ksh. 20,000(kuma digidama) yknhidhaan baatii 6 (ja’a)ykn hidhaa fi adabbiin mallaqaa waltakkatti murtaa’uudhanda’aa.

Yoo inni/isheen maatii qabaatan wal faana ta’uun fuula dura qondaalamudamaatti dhiyyachu qaba.

Gaafatan aqatummaa fi maatiin issa gadfageenyaan waa’een isaaniigalmaa’ee ragaan (waraqaan eenyummaa gaafataa baqatumaaf keennamuni qophaa’aaf)

Addatti ragaan mataa issaanii kan umuriin isaanii 18 ol-ta’eef nikeennamaaf.

Yeroo tokko erga qaafata baqatummaa ta’aniin galmaa’anii baqataa seeraanalaa jedhamanii hidhamuu irraa bilisa ta’u. biyya Keenniiya keessa hangamurtiin adeemsa mirkaneessu sadarkaa baqatummaan isaaniif raawwatuttijiraachu mirga qabu.

Adeemsa ragaasisuu sadarkaa baqatummaa keessatti, gaafataanbaqatummaa keessatti, gaafataan baqatummaa tokko qundaala dhimmabaqataatti dhiyaatee sirna gaafii fi deebiitiin haala sababa biyya ishee/issa

Page 16: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

16 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

irraa itti ba’uu danda’ee fi kan byyatti issa/ishee deebisuu hin dandeenyeibsachuun dirqama ta’a.

Qondaalli mummee waan gaafataan baqatummaa dhiyeeggateegalmeessee yerro tokko tokko irra deebi’aa sakata’ee xinxaluun dhugaaqabeessummaa mirkaneeffata. Guyyoota 90 ( sagaltama) keessattikoomiishinicha mur tii baqatummaa ragaasisuu ykn baqatummaamormachuu Keeniyaa keessatti keenna.

Gaaftan baqatummaa kun yoo baqatummaa mormamee jiraatee, guyyaakoomiishinich murtii kenneef kaasee guyyoota 14 (kudha afur keessatti)barreeffaman haala murtichaa ibsuun koomiishinicha in keenaaf haalamaaliif akka mormmamees, haala filanoo ol-anna itti dhiyaafatu ibsaaf.

Ol-Iyyannaa

Yoo gaafataan baqatummaa iyyannoon issa yeroo jalqabaaf qofaa baqatummaamormaameef/mormatee, dhimma ishee/isaa ol-iyyannoon boordii ol-iyyannoottidhiyeessu ni danda’a.

Gaafaraan baqa tummaa ol-iyyannaa isaa guyyoota 30 (sodoma) gaafabaqatumma mormamuun murtiin negaatiuaa isaa/ishee ga’ee kaaseebarreeffaman boordii ol-iyyauaatti dhiyeefachu qaba/qabdi.

Boordiin ol-iyyanna gaafataa baqatummaa kana inteerviiwu gochuun murtiini keennaaf. Bordichis mur tii leennuuf barreeffaman gaafataabaqatummaan wal-qunnama.

Yoo murtiin boordii ol-iyyannaa irraa keennamu mormamaa ta’ee, gaafatanbaqatummaa filannoo dhimma isaa mana murtin ol-aanaa Keeniiyaattiyeroo dhiyeefachuu qaba. Iyyanna issa/ishee guyyoota 21(digidam tokko)erga murtii mormii booedii ol-iyyannaa irraa fudhatanii ta’aa.

Yeroo adeemsa kana keessatti, seerri kun gaafatan baqatummaa kun seeraqabeessummaan akka biyya kana keessa hanga murtii xumuraa argatu/argatutti jiraccachuu ni eyyamaaf.

Page 17: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 17

Murtii xumuraa booda maaltu raawwata?

Yemmuu murtiin qajeelaa ta’ee keennamu ykn ragaasiuu sadar kaa baqatummaa

Iyyataan mirga baqatummaa isaa kan mirkanaa’eef waan ta’eef biyyaaKeeniiya keessa akka jiraatu ni eyyamamaaf akkasumas egumsi ga’aabaqatummaa hanga biyya keessa dhhufetti deebi’uu danda’uuttii fi biyyasadaffatti qubatuutti ykn haalawwaan furmaata yeroo dheeraa argatuuttini godhamaaf.

Maatiin isaanii akka Keeniiyaa keessa taa’an baqatummaan ni eyyamamaafhang baqataa ta’anii waliin jiraatanith eegumsi hamansiisaa ni taasifamaaf.

Baqataan qarqqaa eenyummaa ni fudhata, miseensonni maatii umuriinisaanii waggaa 18 ol ta’an kan baqataatti hirkataanii fi kan sadarkaabaqatummaa sababa issa/isheen aragatan akka dhunfaatti waraqaaenyumma argatu.

Firootan baqataa of- danda’anii erga sadarkaan baqatummaa mirkanaa’eefbooda Keeniiyaa yoo seenan qofaatti ofii isaanii haala baramaa ta’een ofgabaasuun mirkaneesuu sadarkaa baqatummaaf iyyachuu qabu.Koomiishineerich iyyata isaanii xinxalee akka Keeniiyaa keessattibaqatummaan jiraatan eeyyemuuf ni danda’aa. Kanafuu miseensonni maatiikun maatii baqataa ta’anii baqatummaan armaan dura mirka’naa’eef waliinwaliin jiraachu danda’u.

Yoo haatii manaa ykn abban manaa wal-hiitee kan yoo abbaa manaa tuubaqatummaa mirkanaa’eefii jira ta’ee, haatii manaa ammayyu baqatmmanishee raga’eefii tura, haalumaa walfakaatuun haadha manaatu baqatummaaragaasifameefii jira yoo ta’ee, kan abbaa manaas ragga’ameefii kan turuuta’ee yoo wal-hiikan illee.

Yoo abban manaa du’ee, haatii manaa baqatummaan ishee kabajameetura, yoo haatii manaa dutees sadarkaan baqatummaa abbaa manaaraga’eema turaafii.

Yeroo murtiin mormamaa ta’uu: mormamuu sadarkaa baqatummaa

Gaafataan baqatummaa kun ol-iyyanaa boordii ol-iyyannatti dhiyeeffachudanda’a. yoo murtiin issa/ishee mormamaa ta’ee jiraate dhimmicha manamurtii ol-aanaa Keeniiyaatti dhiyeeffachuu, yoo mana murtichatti ammas

Page 18: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

18 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

mormamaa ta’ee murtaa’ee guyyoota 90 (sagaltama) gaaf murtii xumurakeennamee kaasee haala mijeefffachuun Keeniiyaa keessa ba’uu qaba/qabdi.

Yoo qaafataa baqatummaan murtii mormii keennameef ol-iyyaanaa bakkakamittu hin dhiyeessin hafee, guyyaa murtii kana fudhateedaasee akkamurtii xumuraatti lakka’amee guyyoota 90 (sagaltam) giddutti haalamijeefatee Keeniiya keessaa ba’uu qaba.

Yoo Keeniiyaa keessatti guyyoota 90 booda sababa qubsaa malee fiwaraqaa seeraa malee argamee baqataa seeraa alaa ta’ee mana murtiittidhyaata.

Baqataan eessa jiraachuu danda’a?

Miinsteerichi bakka muraasa Keeniiyaa keessaa filatee giddugaleessasimannaa qopheessuun bakka jireenya yeroo gaafatoota baatumma taasisaykn moora baqataa ijaara. Haata’u malee miniisteerichi hawaasa naannoosana waliin marii godhee waliingaltee umuu qaba osoo mooraas ta’eegiddugalessa simanna baqatootaa hin ijaariin dura.

Mootummaa fi dhaanileen namummaa waliin ta’uun nyaata, bakka jireenya,tajaajila fayyaa fi feedhii jireenyaaf kan barbaachisaan mooraa baqataa fibakka qubannaa yerootti ni qopheessu.

Itti gaafatamummaa koomiisheniirchaatiin karaa qondaala dhimma mooraabaqataatiin sirni bulchiinsa mooraa baqataa haala egumsa naannoo eeguudanda’uu fi haaluma wol fakkataan rakkoo baqatootaa fi hawaasa naannooeguu danda’uun rawwatamu isaanii hordofa.

Koomiishineerichi itti- gaafatamummaa nageenya, obbolaanummaa fijaalala baqatootaa fi hawaasa naannoo giddutti akka dagaagu taasisuuirraa eggama. Bakkawwaan baqataan jiraatu hundaatti.

Baqataan eyyama mooraa baqataa ala jiraachuu argachuu danda’aa.

Page 19: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 19

Mirgaa fi dirqama baqatoota Keeniiyaa keessaa.

Dirqamaa baqataa fi qaafatoota baqatummaa muraasa

Baqataan fi gaafatan baqatummaa hundi seera Keeniiya jalatti buluufi ittinabomamuu qaba.

Gaafatan baqatummaa biyya Keeniiyaa keessa jiraachuu isaaf dirqamagalmaa’uu qaba.

Baqataanis ta’ee gaafataan baqatummaa nagaan waliin jiraachuuakkasumas hawaasa naannoo waiin wal galeen jiraachuu qabu.

Baqataanis ta’ee gaafataan baqatummaa hunduu dirqama qulqullinaanaannoo issa eguu qaba, dalagaan isaas kan qulqullina naannoo isaaniiboreessu ta’uu hin qabu.

Baqataanii fi gaafatoonni baqatummaa bifa kamiinuu diddaa (mormii),woraaqsa ykn tajaajila waraana daangaa keessa jiraatu qaxamureehirmaachu hin danda’u hanga baqatummaan Keeniiyaa keessa jiruttii.

Baqatoonni ykn gaafatoonni baqatummaa hundii ragaa yeroo irraa darbeeharoomsachuun qabachuun irra jiraata.

Baqatoonii fi gaafataan baqatummaa dirqama odeeffannoo dhugaaqabeessa ta’ee kan qondaala mudamaa ykn qondaala kan biro dogogrsuuhin qabne dhiyeeffachuu qaba yeroo dhimma isaa dhiyeeffatu.

Mirga baqataa fi gaafata baqatummaa muraasa;

Gaafataan baqatummaa hundi iyyata baqatummaa isaanii Keeniyaakeessatti dhiyeeffachuu akka isaanii ilaalamuun sadarkaan baqatummamirkanaafuu gaafahu mirga qabu.

Baqatanii fi gaagatan baqatummaa tokko dangaa seenuu Keeniiyaadhorkamuu hinqabu. Kana jechuun hanga biyyaa keessa jiraatutti jireenyiisaa haala hamaa irra jiraateettii fi humnaan yoo dangaa seenuu dhorkameedeebi’ee galee jireenyi isaa haala hamaaf waan saaxilamuuf.

Miseensonni maatii baqaataa Keeniiyaa keessa jiran mirga egumsabaqatummaa argachuu qabu sababin isaas hirkatumman waan haqataa

Page 20: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

20 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

sadarkaan baqatummaa isaa ragaa’ee waliin jiraataiif. Kunis “sadarkaadaaluummaan” argatan jedhama.

Maatiin baqataa kun mirgaa sadarkaa baqatummaa isaanii kan sadarkaanbaqatummaa raga’eefi turee yoo wal-hiikan ykn addan ba’an isaan irraaykn yoo du’an.

Garuu yoo sadarkaan baqatummaa mikanaa’ee fii tureemootummaan muluqame, baqatummaan maatiiwwaan kanbiroos walumaan irraa mulqama, haala kanaan miseensonnimaatii dhuumfaadhaan akka haaromsamuuf addatti iyyachuuni danda’uu.

Namni kamiyyu kan baqatummaan isaa/ishee irraa mulqameeakka haaraatti matii isaa/ishee waliin iyyachuudhan Keeniiyaakeessa jiraachu hindanda’an.

Gaafataan baqatummaa hanga murtii xumuraa argatuutti Keeniiyaa keessajiraachu guutuu qaba.mirgoonnii kunis baqataa seeran alaadha jedhamaniihidhamuu irraa bilisa ta’a

Baqataanis ta’ee gaafataan baqatummaa hundii mirga ragaa enyummaaisaa ibsu argachuu qaba.

Baqataan hundii hujii kafaltii mindaa qabutti qacaramuu mirgaqaba,qoqobiin nama lammii keenyaa hintaan irratti haala raawatuunqacaramuu dand’a jechuudha.

Baqataan hundii mirgootaf dirqama seeraa waligaltee addunyaa Keenyaanmallateesite argachuu qaba.

Eegumsa dubartootaaf godhamu

Dubartoonni baqataa ykn gaafataa baqatummaa ta’an mooraa baqataakeessatti kunuunsi ga’aan nigodhamaaf.koomiishinichi itti gaafatamummaarawwii dhimma eegumsaa dubar tootaa kana baqattootaafis ta’eegaafatoota baqatummaaf akka mijaatu godha.

Baqataanii fi gaafatuun baqatummaa dubartii umuriin ishee waggaa 18 olta’ee mirga waraqaa enyummaa mummee dhimma baqataan qophaa’uuargachu qabdi. Haatii warraa mirga dhunfaa isheetti abbaa manaa isheemalee waraqaa eenymmaa ishee ibsu argachuu qabdi, akkuma abbaanmanaa qofaa isaatti ragaa barbaachisaa qabaachu danda’u jechuudha.

Page 21: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 21

Eegumsa daa’imaniif ta’u.

Daa’iman baqataas ta’ee kan gaafatoota baqataa hundinu mirga egumsaafi deggeersa argachuu ni qabaatu. Koomiishineerich raawwiin kun galmaanga’uu isaaniif haala mijataa addaa qindeessuun mooraa baqataa keessattiegumi daa’iman baqataafis ta’ee gaafatu baqatummaat akka godhamutaasisa.

Daa’iman milloo hin qabne baqataa ta’anis gaafataa baqatummaa irra yoojiraatan maatiin waliin jiraatan woliin ykn miseensota maatii isaanii waliindeggeersa barbaachisaa akka argachuu danda’aan ta’a.

Yoo maatiin ykn fira isaanii argatan, daa’iman hundi akka maati isaaniiwaliin waliiti makaman deggeersi ni godhamaaf, mummee dhimma baqataada’iman mirga isaanii kana akka argatan dhaabilee kan birro fi mummeekan biro waliin hojjeechuutu irraa eegama.

Yoo maatiin ykn firri daa’imaan kana hin argamiin akkuma daa’ima Keeniiyaamaatii hin qabneetti godhamaaf.

Eegumsa garee miidhamoof godhamu

Gareewwaan midhamoon kan akka namoota qaama dhabeeyyii, jaarsoolii,ykn gadamoojii kan hawaasa keessatti deggeersa addaa barbaadanjechuudha.haal seera bulmaata labsii kanaan (kutaa dambii jala ilaalaa)mummeen dhimma baqataa itti gaafatamummaa deggeersa barabaachisaagareewwaan miidhamoof gochuu qabaata.

Mulqamuu Sadarkaa Aqatummaa Sababa SageenyaBiyyaattiin

Koomiishineerich ango baqatummaa mulquu qaba, yoo waanti qabatamaaraawwiin ykn biyya kana keessa jiraachuun baqataa kanaa nageenyaKeeniiyaa miidhu danda’a ta’ee.

Haala bu’uura kanaan ministeeri baqataa, gaafataa baqatummaa fi maatiiisaanii biyyaa akka ba’an gochuu danda’aa yoo namni kun nageenya biyyaakeeniiyyaaf sodaachisaadh jedhee shakee.

Page 22: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

22 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

Miniisteerrri dhimma kana miniisteera dhmma nageenya biyya keessawaliin marii’achuun adeemsa seeraa sirri ta’ee hodoofuundhaan kanraawwatu ta’aa. Osoo baqataa ykn gaafataa baqatummaa akka arii’amuhin godhiin dura (kunis sirna seeraa hordofuu jedhama)

Ofitti amanamummaa

Kun dalagaa ga’ee hojjeetoota mummee dhimmaa baqataa ykn kanmudamee bakka bu’uummaa mummee dhimma baqataan hojjeetuodeffannoo waa’ee baqataa ykn gaafataa baqatummaa nama angoo ilaaluuqabuun ala dabarsee agarsiisuu hin dana’u.

Yoo odeeffannoo agarsiisuu ykn dabarsee akka ilaalawu barbaachisee haalaadeemsa hojii kan ilaalatuun ykn eeyyama koomiishineriichaan gafaa ta’u.

Yoo odeeffannoo dabarsee nama hin eeyyamamneef keenne to’annaa jalaooluudhaan, mana murtiintti dhiyaatee adabii malaqaa ksh 20,000 yknhidhaa hanga baati 6 (ja’aa) ga’uu, ykn hidhaa fi adabbii mallaqaa wal-faana adabamuu danda’a.

Adabbi akka seera labsii kana jalaatti (himanna bu’uuralabsii kanaatiin)

Gochaawwaan bayyeen kan labsii seeraa kana cabsan ni jiru. Seerri kun namaadabbii maalaqaa ksh 20,000 yokan hidhaa hanga baatii 6 (ja’aa) ykn lamaan isaawalfaana akka adabamaan ajaja yoo: -

Biyyaa kana keessa jiraachuu dhiyaachuun guyyaa 30 (sodoma) keessattierga Keeniiyyaa seenee kaasse of hin galmeessiin hafee ykn,

Osoo beekuu yoo odeeffannoo sobaa qondaala mudamaatti dhiyeeffateeykn,

Beekaa gara hintaanetti mudama qondaalaa aggamuun kan dagooggorsuuyaalee yemmu qondaalichi haala raawwii seeraa kanaan dalagaa jiruttiykn,

Yoo Keeniiyaa keessaa akka ba’an ajaja manii ministeerichaan saabanageenya biyyatiif jechaa hin ba’iin turan ykn,

Page 23: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 23

Yoo baqataa mitii ta’ee, ragaa baqatummaa isaanin ibsuu kamyyuu osoohin qabaatiin fi yoo ajaja miniisteericha akka Keeniiyaa ha’an hin fudhatiinturan.

Yoo bakka jireenya baqataa murtaa’ee jiru keessaa ba’uun eyyama maleebakka hin eyyamamne yoo jiraatan.

Dambii

Miniisteerich bambii adda addaa baasuudhaan akka seerii kun galmaan ga’uutaasisa. Dambii jechuun seeroota xinxiqqaa ministeerichaan qophaa’anii ta’ee seerapaarlaamaan mirkana’anii jiran rawwii isaa guyyaa guyyaa keessatti hammateeraawwata.

Mummeen dhimma baqataa dambii seeraa adeemsa armaan gadiitii utubuudhaandhaaba.

Simachuun fi galmeessuun baqataa sirna ittiin rawwatamu qabuuhordofuun fudhatammaa Keeniiyaa keesatti argatu.

Haaromsuu ragaalee baqataa,waraqaa eenyummaa dabalatee, ragaahimaltummaa (travel document) fi kan biro.

Bakkawwaan murtaa’oo baqataan irra qubatee jiruu hundaa bulchuu (mooraa fi giddu galeessa simannaa yeroo).

Eegumsa fi kunsuunsa addaa qaamoolee hawaasa keessaadhiira,dhalaa,dargagoota,daa’imanii,namoota miiltoo hinqabne,qaamahiruu kan ta’anfi gadamoojjii gochuu.

Dambiin kun dabalaataan gaafataan baqatummaa ykn baqataan akka deggeersaseeraa fi bakka bu’uummaa argachu qaba. Kunis fedhii baqatichaa ykn gaafataabaqatummaa irratti hundaa’uun yoo deggeersa seeraas ta’ee bakkaa bu’uummaabarbaade tajaajila kana argata.

Page 24: Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 1 policies and... · Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa 5 Foreword The Refugee Act of Kenya, 2006 marks an important chapter

24 Seeta Labsii Baqataa 2006 - Hiika Waliigalaa

Ann

ex 1

.Se

rvic

e Ch

arte

r of t

he R

efug

ee A

ffai

rs D

epar

tmen

t 200

7 - 2

008

*Cou

rtes

y of

the

Depa

rtm

ent o

f Ref

ugee

Affa

irs, M

inis

try

of S

tate

for I

mm

igra

tion

and

Regi

stra

tion

of P

erso

ns

No

Serv

ice

rend

ered

User

cha

rge

Tim

e lin

e

1.Re

gist

ratio

n of

asy

lum

see

kers

Nil

1 da

y

2.M

aint

aini

ng a

n ap

prop

riate

regi

stra

tion

and

Nil

Wee

kly

docu

men

tatio

n sy

stem

for r

efug

ees

3.Is

suin

g id

entif

icat

ion

card

s to

bon

afid

e re

fuge

esNi

l3

mon

ths

4.Is

suin

g m

ovem

ent p

asse

s to

refu

gees

resi

ding

Nil

3 da

ysin

Kak

uma

and

Dada

ab c

amps

5.Pr

oces

sing

of C

onve

ntio

nal T

rave

l Doc

umen

tsNi

l15

day

s

6.Pr

oces

sing

of a

pplic

atio

ns fo

r exi

t sta

mps

Nil

5 da

ys

7.Re

spon

se to

refu

gee

com

plai

nts

Nil

7 da

ys

8.Ho

ldin

g co

nsul

tativ

e m

eetin

gs w

ith im

plem

entin

g pa

rtne

rsNi

l1

day

9.Re

spon

se to

urg

ent c

orre

spon

denc

eNi

l3

days

10.

Proc

essi

ng o

f app

licat

ions

to v

isit

refu

gee

cam

psNi

l14

day

s