abbaa seeraa abbiidhoo - faculty of arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "mana...

12
You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long as you attribute in the following way: Abbaa Seeraa Abbiidhoo Author Author - Magabi Eynew Gessesse and Elizabeth Laird Translation anslation - aman kadiro Illustr Illustration ation - Brian Wambi Language Language - Afaan Oromo Le Level vel - Read aloud © African Storybook Initiative 2016 Creative Commons: Attribution 4.0 Sour Source ce www.africanstorybook.org Original sour Original source ce www.ethiopianfolktales.com Abbaa Seeraa Abbiidhoo aman kadiro Brian Wambi Afaan Oromo This book was prepared and printed with the support of the Victorian Department of Education and Training.

Upload: others

Post on 23-Jan-2021

9 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

You are free to download, copy, translate or adapt this story and use the illustrations as long asyou attribute in the following way:

Abbaa Seeraa Abbiidhoo

AuthorAuthor -- Magabi Eynew Gessesse and Elizabeth LairdTTrranslationanslation -- aman kadiroIllustrIllustrationation -- Brian WambiLanguageLanguage -- Afaan Oromo

LeLevelvel -- Read aloud

© African Storybook Initiative 2016Creative Commons: Attribution 4.0SourSourcece www.africanstorybook.org

Original sourOriginal sourcece www.ethiopianfolktales.com

Abbaa Seeraa Abbiidhooaman kadiroBrian Wambi

Afaan Oromo

This book was prepared and printed with the support of the Victorian Department of Education and Training.

Page 2: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale
Page 3: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Haaluma murteetin Boonaan qabeenya isaairraa gamsa Tolaaf kenne. Kana boodajarreen kun osoo wal hin loliingammachuuin wajjiin jiraatan.

Hiriyyotni hiyyeyyi lama ollaa waliin turan,Boonaafi Turaa jedhaman. Gaaf tokko,Boonaan Turaan akkas jedheen, "Har'a,garbuu kiyya qabadhee gabaa bahuu qaba.Garuu Jooniyaan baayy'ee ulfaata, idddoongabaas fagoodha. Osoo maallaqa gahaaqabadhee harree nan bitadhaa ture."

20 1

Page 4: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Tolaanis yaada Boonaan kaase fudhachuuisaa mataa raasuun erga agarsisee booda,akkas jedhe, "Anis, okkotewwan haara tokkotokko bittachuuf har'a gabaa deemuunqaba. Okkotewwan kun Baayyee ulfaatuumalan. Harree tokko osoo qabaadhe nanhawwa. Garuu maallaqa harree naa bitugamisa qofa qaba."

Itti aansee gara Tolaa garagalani. Atisijoolllee Boonaa ajjeessuf yaaluundogoggora. Nuti jaarsoleen, dubii keessanqorannee murtii kennineera. Boonaaniqabeenyaa qabu keesaa gamsaa,baargamee, oorruu, saawanifi fi hoolotaTolaaf haa kennuu. Kana booda nagaanwaliin jiraachuu dandeesani.

2 19

Page 5: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Boonaaf Tolaan murtee barbaada jaarsoleebira deemani. Jaarsoleenis yeroo dheeraaferga mari'atan booda, boonaatiin akkasjedhaniin, "Ati dogoggortee jirta. Gatiiharree qooda isaa hin kafaleef, hoxxee isaajalaa gubdeta, ijooleen kee shumburaa isaanyaataniru."

Boonaan rakkoo kanaaf yaada furmaataqaba. "Harree waliin haa bitanu. Walakaagatiisa situ kafala walakaa immoo anakafala. Torbaan tokko ani harrichaqabadhee gabaa baha. Torbaan itti aanu atifudhatte gabaa bahuu ni danddessa."Haaluma kanaan, Boonafi Turaan hareebitatani. Yeroo dheeraaf gammachuunwajjiin turan.

18 3

Page 6: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Gaaf tokko, abbaan Boonaa hin du'e.Boonanis qabeenya abbaa isaa hunda, kanakka lafa qotissaa, baargamoo, loowanfihoolota dhaale. Boonaan amma, sooressawaan ta'eef Tolaa wajjin hojjachuu hinbarbaadne. Walkkaa harichaa qoodachubarbaade malee.

Ennaa Tolaan ablee isa qabatee mirmise,Boonaan akkas jedhee kadhate, "Dhiifamanaa godhi, mana kee gubuu kootiif, manahaara sifaan ijaara." "Mana haara hinbarbaadu. Shumbura kiyya barbaada,"jechaa albee isaa dhagaarratti qaruueegale. "Maaloo turi, jaarsolee biradeemina. Maaloo hiriyyaa koo kan durii,mee jaarsoleen nuu haa ilaalani," jedheBoonaan.

4 17

Page 7: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Boonaf Tolaan yeroo saddaffaaf abbaaseeraa bira deemani. Abbaan seeratis,akkuma armaan duraa waan itti himamuqalbiin hin dhageefane. "Ijoolleen Boonaashumbura kee nyaataniru, kan nyaatanhunda deebisu irraa eegama. Garaatarsaasii shumburaa kee deebifadhu," jedheabbaan seeraa, Boonaan yemmuu kanadhagahe baayyee rifate. Kun hin ta'uijoolleen koo ni du'u. Maaloo, Tolaamaallaqa siif kenna akkas hin godhiin jedhekadhate. Ennaa ati harree keenya qaltemaalaqa barbaadee ture jedhe Tolaan.

Boonaan Tolaan akkas jedheen, "Sarootnikiyya foon naachu kajeelaniru. Harreekeenya qaluun barbaaada. Walkkaa isafudhachuu ni danddeesa anis walakkaa nanfudhadha. Tolaan booyaa, boonan akkanajedheen, Ani foon homaatuu hin barbaaduharerricha qofa barbaada. Yoo harrichaqaluu yaadde, gatiisa walakka naafkennita." Boonan hin aare. "Qarshiihomaatuu si hinkennu. Walkaan foonharricha fudhadhu, yoo diddee abbaaseeraa bira deemna. Inni murtee nuu kennudanda'a," jedhe Tolaan.

16 5

Page 8: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Boonafi Tolaan abbaa seeraa bira deeman.Abbaan seeraa kun nama abiidhoo ture.Wana itti himan sirritti hin dhageefane.Abbaan seeraa akkas jedhe gaafate,"Harreen kun kan keessan lamaaniti?"Eeyyee jedhan, Boonafi Tolaan. "Akkastaanaan, "Walakaan kan keeti walakaanimmoo kan isaati." Boonaan qooda isaa yoobarbaada ta'e fudhachuu danda'a."Harricha qalaati bakka lamatti addanqoodadha."

Tolaan Boonaa bira deemee, "Ijooleen keeshumburaa kiyya hunda nyaataniirujedheen." "Boonanis akkas jedhee deebise,"Gatii shumburaa nyaatame siifan kafala."Anii qarshii kee hin barbaadu, shumburakiyya deefachuu barbaada," jedheen Tolaan.Turi! Deemne abbaa seeraa haa gaafanu,jedheen Boonaan.

6 15

Page 9: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Tolaan ijoolee shumburaa nyaatan fagooargee, hatattaman gara oorruu isatti fiige."Shumbura kiyya naa deebisa," jedheegaafate. "Sii deebisuu hin dandeenyunyaanee jiraa," jehdan ijooleen. "Abbaakeenya gaafadhu, inni gatii shumburichaasiif kafala."

Boonaan gammadera. Harricha erga qalebooda foon qoodate sarootaa laatuuf garamana isaa deeme. Tolaan ammoo gadde,yaada'ees. "Harreen koo du'eera, ammabooda waan maraa anumatu baachuuqaba," Jedhe.

14 7

Page 10: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Ji'oota muraasa booda, Boonaan hoxxeeharawa ijaaruu barbaade. Akkas jedheesyaade, "Hoxxee koo dulloomaa ni guba isahaarawa guddaa ni ijaara." Boonaanmeeshaale hunda hoxxee keessaagugguuru jalqabe. Tolaanis ilaalee, akkanajedhee gaafate. "Maal hojjachaa jirtaa?"Hoxxee koo dulloomaa gubuuf deema, isahaarawa ammo ni ijaara. "Tolaanyaada'eera, hoxxeen kiyyaafi kee walittiaanani bar. Hoxxee kee kan gubdu yoo ta'eekiyyas ni gubata."

Gaaf tokko, ilmaan Boonaa abbaa isaaniiilaaluuf yemmuu deemani Oorruushumbura Tolaa bira dabran. "Shumburaan,ni miawa," jedhee iyyee ilmi Boonaa tokko.Battalumatti, ijooleen kun gara oorruuTolaatti seenaani shumburricha nyaachuueegalan. Yeroo gabaaba boodashumburaan hedduu nyaatame dhume.

8 13

Page 11: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Ammaa waqitii asmaraan sabaasabamu.Tolaan Hojii qotisaa ciminaan hojjachaaoole. Ni arama, simbirro midhaanirra ari'a.Gara biraatiin shumbura maassarraa jiruBaayyee misera.

Boonaan baayyee aare. Na dhoorkuu hinyaalin! Kun hoxxee kiyyaa, yoon barbaadenan gubaa. "Dhaabii narraa! Abbaa seeraabira deeminee haa gaafanu, jedhe Tolaanimimmaan harcaasaa. Abbaa seeraa biradeemani dhimma isaanii itti himatan,abbaan seeraa abiidhoon sirritti hindhageefane hin galleeefis. Garuu, akkanajedhee murtii kenne," boonaan hoxxee isaahaa gubu kan isaa waan ta'eef eenyuyuu isadhoorkuu hin danda'u.

12 9

Page 12: Abbaa Seeraa Abbiidhoo - Faculty of Arts · 2019. 7. 10. · haara sifaan ijaara." "Mana haara hin barbaadu. Shumbura kiyya barbaada," jechaa albee isaa dhagaarratti qaruu eegale

Haaluma murteetiin, Boonaan hoxxeeisaatti abida qabee gube. Bubbeen abidagara mana Tolaatti waan dabarsiteef manniTolaa illee hin gubate. Boonaaf Tolaan yeroolammataaf gara abbaa seeraa deebianideeman. Tolaan akkas jedhe booyee,"Kunoo Boonaan hoxxee kiyya gubeera naafkafaluu qaba." Abbaan seeraa akkas jedhemurteese, "Lakki Boonaan hoxxee ofii gube,hoxxee kee kan gube bubbeedha, Boonaanmallaqa isa kennu hin qabu."

Tolaa gammachuu hin itti hin dhagahamne.Harref mana isaa dhabeera.Wanti harkattihafe lafa qotiinsa qofa. Guyyaa mara qotaaoola. Halkan huda immoo maatii isa waaliinmuka jala bula.

10 11